bilisummaa

Is the transplantation that TPLF looking for is compatible?

  Dr. Baaroo Keno Deressa   For the first time in the history of Oromo people struggle against the colonialism…

10 years ago

Dhiiga ilmaan Oromoo jigsaa dachii Oromiyaatirra bilisaan bashannanuun gonkumaa hin hayyamamu.

‪#‎OromoProtests‬ AKEEKKACHIISA Poolisii Oromiyaatifi Bulchiinsa Godina Harargee Bahaatiif Poolisiin Getachew Membere jedhamu intala Oromoo Sabriina Abdallaa jedhamtu magaalaa Calanqoo keessatti…

10 years ago

Mootummaan Eertiraa Itoophiyaan lolaa guddaaf nutti kophaahuutti jirti jedhee Tokkummaa Mootummootaatti himate

Ambaasaadder Girmaa AsmeroomTokkummaa Mootummaatti ambaasaaddera Eertiraa WASHINGTON,DC — Lola Eertiraa fi Itoophiyaa ka dhiyoo tana daarii Tsorenaa irratti wal hadhan jedhan…

10 years ago

Barattoonni magaalaa Mandii hiriira farra mootummaa geggeessan jedhu jiraattonni Poolisiin immoo himannaa sana ni haale

Tuujubee Hora Faayilii – Mormii Oromiyaa WASHINGTON, DC (VOA Afaan Oromoo) — Godina Wallaggaa dhiyaa aanaa Manasibuu mgaalaan Mandii bakka hiriirri…

10 years ago

DIINNI ILMAAN OROMOO ESSATTU AJJESE DIINA OROMOOTA HUNDA AT.

DIINNI DAANGA OROMOO KARAA KAMIINU CABSE DANGAA OROMOOTA HUNDA CABSE. ‪#‎Like‬ ‪#‎shere‬ goodhafi shamaraan waaloof ni falammatuu bilisuumaf jabadhaa jedhani…

10 years ago

‪#‎OromoProtests‬ Namni kun GETACHEW MEMBERE jedhama. Bakka agartanitti qabamee adabamuu qaba..

Kan intala Oromoo Sabriinaa Abdallaa kaleessa galgala Harargee Bahaa magaalaa Calanqoo keessatti rasaasaan dhahee ajjeeseedha. Dhaloonni isaa Harargee Lixaa magaalaa…

10 years ago

‪#‎OromoProtests‬ Students and residents in Shashemene march through the city demanding and end to the ongoing night time murder spree in the town.

Agazi soldiers arrived and fired on students. No information as to casualties yet. June 22, 2016  

10 years ago