bilisummaa

Obbo Fiqaaduu Tasammaa: Mootummaan Badii Ofii Amanus Hidhamtoonni Marti Ni Hiikamu Jechuu Miti

WASHINGTON, DC —  Itti gaafatamaan dhimmootii Komunikeeshinii mootmmaa naannoo Oromoyaa Obbo Faqaadu Tasammaa Raadiyoo sagalee Amerikaaf akka ibsantti Mootummaan Federaalaas…

10 years ago

Effort to engage Minnesota’s Oromo community starts with a not-so-simple task: figuring out how many Oromo there are in Minnesota

OCIM estimates up to 40,000 Oromo people living in Minnesota, but the state demographer’s office puts that number closer to…

10 years ago

TVOMT: Olola Oofaa Jirtan kana yoo dhaabdan dhaabaa Urjii

https://youtu.be/LC_9seY-qbQ

10 years ago

FXG Boolee Bulbulaa Keessatti Ka’e Itti Fufeen Namootni 3 Waraana Wayyaaneen Rukutamuu Lubbun Wareegaman n Madaa’an, Haramaayaatti FXG Itti Fufeera.‏

Qeeyroo Caamsaa 18,2016/ Magaalaan Boolee fi naannnoon ishee humna waraana Wayyaanee komaandoo jedhamaniin marfamtee jirti. Mootummaan Wayyaanee uummata Oromoo doorsisaan qabeenyaa isaa…

10 years ago

Mormii Magaalaa Finfinneetti dhalateen namoonni sadii ajjeefaman.

OMN:Oduu Caamsaa 18,2016 Magaalaa Finfinnee kutaa bulchiinsa Booleetti, ijaarsa seeraan alaa manniinii jechuun, bulchiinsi magaalattii, manniin jiraattotaa wayta diigaa turetti,…

10 years ago

THE AWFUL TRUTH OF ALFRED ILG FIREARM SMUGGLER: THE BITWEDED OF “MENELIK II” Part II

Truth Barometer #4     By Odaahora   The Tuulama highland plateau where Finfinne or Shagar is located was a…

10 years ago

Time of Menopause and vanguard of victory

  By Dr. B.K.Deressa For more than 100 years, the Oromo people has been at war with enemies sworn to…

10 years ago

JECHOOTA GAMNAA KUTAA 6FFAA

    Mucaa Gamnaa fi Ilma Nugusaa Ilmi nugusaa mucaa hiyyeessa gamna wayii qore. Innis mucaa hiyyeessa garuu gamna akka…

10 years ago

Akkamitti gareen shanee ABO jaallawwan kaleessa waliin qabsaawan itti salphistu kunoo: BEEKUMSA “BOORUU BARRAAQAA” FI “FIXEENSA” GANAMAA !!!!!!

Mata duree barruu tiyyaa isiniif yaa ibsu. “Booruu Barraaqaa”kan wallaalu jira natti hin fakkaatu. Booruun, Naannoo bara 2002 qabsootti kan…

10 years ago

Karoota sadiin Password Facebook keessanii isin jalaa itti hatamu

1.Mala Hawaasummaa(Social Engineering) Malli kun salphamatti dadhabinna keessanitti fayyadamuun akkaawuntii Facebook keessan banani seenu jechuudha, innis maloot heddu uf keessaa…

10 years ago