bilisummaa

“A Bad Workman Blames His Tools”

  Oromo was not the first nation on earth to submit to operation of foreign elements. It will not also…

10 years ago

Gabaasa Hiriira nageyaa baqattonni Oromo biyya masrii fuula UNHCR Cairo duratti raawwataa jiran laalchisee ibsa C/T/B/O/B/Masrii.

Akkuma beekkamuu baqataan Oromo biyya kanaa baayyeen isaa rakko guddaa fi ulfaataa adda addaa dhaabbata UNHCR waliin qabaachaa jiraachuun isaanii…

10 years ago

Gochaa biyya Misra keessatti tahaa jiruuf eenyuutu itti gaafatama?

Yeroo Ijoolleen Oromoo guutuu Oromiyaa irraa diina biyya nurraa fudhate wajji harka qullaa wareega olaanaa baasaa jiranitti oduun biyya Masrii…

10 years ago

Maqoota hidhamtootaa ilmaan Oromoo mana hidhaa Qaallitti murtii isaanitti mure

1. Masfiin Ittaanaa Fufaa……………………………….Umrii guutuu 2. Charinnet Yamanee………………………………… Umrii guutuu 3. Daani’eel Ayyaanaa Curqaa……………………… Umrii guutuu 4. Sanyii Bakkalchaa………………………………………10 5.…

10 years ago

Kufaatii OPDO mudate irratti gamaaggama guyyoota shaniif ta’ee

Adem Misoma irraa (Bitootessa 27,2016) FXG finiinaa jiruun walqabatee kufaatii OPDO mudate irratti gamaaggama guyyoota Shaniif Galma Aadaa Oromoo Magaalaa…

10 years ago

Kori ABO kutaa Kanadaa Bitootessa 25/2016 Magaalaa Edmontonitti eegalame milkiin xumurame.

Bitootessa 26 Bara 2016) Kori ABO kutaa Kanadaa Bitootessa 25/2016 Magaalaa Edmontonitti eegalame oolmaa isaa guyyaa lammaafaa keessatti marii bal’aa…

10 years ago

One more left in Africa: half a devil and half an Abyssinian Empire

Truth-barometer #1 By Odaa Hora In understanding to explain Abyssinia without Europe and her extended family abroad, is an analog…

10 years ago

‪#‎OromoProtests‬ the following people among peaceful protesters imprisoned in Gurawa District, East Hararaghee

============ Yeroo amma magaalaa gurawaa keesatti iddo araaristii jedhamutti hidhamanii jiran keesaa maqaan nama 249 akka armaan gadii kanatti tarresina.…

10 years ago

Ethiopia’s Oromo people demand equal rights in protests

Largest ethnic group in Ethiopia continues to rally against the government despite crackdown. Wolonkomi, Ethiopia – Six-year-old Abi Turi and…

10 years ago