bilisummaa

Waamicha Hatattamaa Hawaasa Oromoo Biyya Alaa fi Oromiyaa Keessa Jiraataniif

  Qeerroo Bilisummaa Oromoo Irraa YEROO AMMAA KANA WAYYAANEE TPLF UUMMATA OROMOO IRRATTI WARAANA BANEE JIRA,KANAAF:- Waanjoo Gabrummaa Waggaa 130…

10 years ago

Adeemsi qabsoo keenyaa kallatti isaa jijjiirachuu qaba.

Kanaafuu adeemsi keenya 1) Dhaadannoo garee dhageessisuu fi garee humna diinaa kallattii hundaan nurraa itti qabaachuu. 2) Daandiilee wantoota salphatti…

10 years ago

Saroonni dhufaa jiran!

‪#‎OromoProtests‬ Guyyaa har'aa Gurraandhala 28/2016 konkolataan liyyuu komandoo fee'ee jiru inni pickup 7 fi oraalii tokko gama shashamannee deema jiran…

10 years ago

Qabsoo Hindi (India)irraa maal barra?

Nageessaa Oddoo Duubee Qabsoon mirga sabaaf ykn abbaa-biyyummaaf taasifamu kamuu waantota armaan gadii guutachuu qaba. A. Obsa B. Murannoo C.…

10 years ago

‪#‎OromoProtests‬ OROMIYAA WARAANAAN DOORSISANII HARKA KENNISIISUN WAAN HIN YAADAMNE

  Akkuma kaleessa galgala ibsame Jeneraalonni waraanaa Wayyaanee Oromiyaa ifatti beeksisee Oromiyaa bulchutti seenee jira. Kun tarii waan nama naasisu…

10 years ago

ODUU MAGAALAA BULBULAARRAA AMMA NU GAHE.

"Ilma namaa akka hojii isaatiif duuti itti diqqaata" kan jedhamu adaa dhugaadha.Dubbii kana sababa malee hin kaafne. Odeeffannoo jiru daddafnee…

10 years ago

TOKKO MILIYOONAA KA DALDALU

  Tokko miliyoonaa ka daldalu Tokko waan nyaatu dhabeetii qooqa kan bulu Waan kana maaf hin furre namni dhimmi laalu!…

10 years ago

OROMO PROTESTS: WHY ETHIOPIA’S LARGEST ETHNIC GROUP IS DEMONSTRATING

Since the Ethiopian government announced plans to expand the territory of the capital Addis Ababa in April 2014, the country’s…

10 years ago