bilisummaa

OPDOn gariin ayyoota dirqamaan manaa yaasanii dhagaa baachisanii ‘misooma’ jedhanii jiran

#OromoProtests rabbi gowwaa wajji nama hin uumin!! Yeroo Wayyaaneen albuudaa fi lafa Oromiyaa saamtee ofii nyaattee alagaa nutti bittu kanatti,…

10 years ago

Addis Dimts Hosts Hot Debate on Ethiopian Issues

https://youtu.be/MauVvJbXQW8

10 years ago

Jumping in the same river and meeting the same person

Jumping in the same river and meeting the same person http://www.caboowanci.com/ Guys let’s think about those who lost their precious…

10 years ago

Yuunibarsiitii Amboo Qajeelama TPLF Irraa Fudhate Barattoota Oromoo Barbaadaa Jira.

Bulchiinsii Yuunibarsiitii Amboo Mirga Barattoota Oromoo cabsuun Barattoota Oromoo Dootsisuu,Barnoota Irraa Arii’uuf fi Hiisisuuf Qajeelama TPLF Irraa Fudhate Barattoota Oromoo…

10 years ago

‪#‎OromoProtests‬ duulli Selam Bus kasaarsuudhaa milkaayee jira.

Kana jechuun duulli dhaabbate jechuu miti. Wayyaaneen tooftaa biraatin kubbaniyyama san as baasuuf mala malaa jirti. Kanaafuu dammaqinsaan hordofuun gaafa…

10 years ago

WBO: Oromo TV: Coming Soon! only on Oromo TV

https://youtu.be/iR9olGPZCcM

10 years ago

Kaleessarraa kaasee naannoo Waddeess ( Aanaa Amboo) keessatti lolli cimaan deemsifmaa akka jiru odeeffanoon nu gahaa jira.

Keessattuu bakkoota akka Haroo-Xirroo, Waddeessa-Galaan, Xullee fi kkf keessa dubbiin jajjabduu akka taateedha.Jiraatonni qarqara Amboo jiran dheengadda halkan humni Agaazii…

10 years ago

Magaalaa Gincii (Shawaa Lixaa) nama 45 bakka buuteen isaa hin beekkamu

Kan agartan kun hidhamtoota siyaasaa magaalaa Gincii ( Shawaa Lixaa) keessaa hamma tokko yeroo mana murtiitti geeffamani. Magaalaa kana keessaa…

10 years ago

Letter to ESAT TV Concerning New Afaan Oromoo Program To Start.

To: Ethiopia Satellite Television (ESAT TV) Subject: ESAT New ‘Oromiffa/Oromigna’ program title correction request First of all, I am really…

10 years ago