bilisummaa

Ilmaan Oromoo dhalootaan naannoo Jimmaa taatan maraaf!

(Waamicha kana hatattamaan walii raabsaa, keessumattuu warri gara Jimmaa) Waamicha seenaan isinii dhiheessaa jirtu jalaa yeroodhaan owwaadhaa! (Boruu Barraaqaatiin) Oromiyaan…

10 years ago

QINDEESSAA MUZIIQAA; ‪IBRAAHIM_SAID‬ MOOTUMMAA WAYYAANEETIIN RAKKOO IRRA JIRA:

  ‪#‎Oromoprotests‬, Amajjii, 2016 ('Share' godhuun dabarsuun deeggarsa oromummaati) Maqaan isaa Ibraahim Sa'iid jedhama. Qindeessaa muziiqaati. Namni oromoo tahe baayyeen…

10 years ago

Poolisoonni Federaalaa Wayyaanee Wallagga Magaalaa Jaarsoo Keessatti Walgahii Kaabinoota OPDOf Taasisan Irraatti Hunda Irraa Bilbila Harkaa Funaanuun Beekame.

‪#‎Amajjii‬ 11,2016 ======== Godinaa Wallagga Lixaa anaa Jaarsoottii qondaaltonnii OPDO wal shakkii cimaa keessaa seenuun walgahii galgalaa taa’uun kaabinoonni hundi…

10 years ago

#OromoProtests: Ethiopian Protesters Use Social Media to Bring Attention to Deadly Government Crackdown on Dissent

http://atlantablackstar.com/ Ethiopian security forces have killed at least 150 people taking part in mass anti-government demonstrations according to human rights…

10 years ago

Yoomuu Caalaa – Yaroon Amma! (Oromoota Diinaa Waliin Jiraniif)

Abbaa Urjiitiin Hawaasni dadhabaan jabaa ollaa qubatu ykniis kan halaalaa itti dhufuun injifatamuun kan Oromiyaa tiin hin jalqabamne. Seenaa jabaan…

10 years ago

Refugees from Ethiopia March in Syracuse Over Concerns About Violence in Their Homeland

  http://waer.org/post/ About 50 refugees from Ethiopia took to the streets of Syracuse Friday to try and get the U.S.…

10 years ago

‪#‎OromooProtests‬ Dhaamsa Ariifachiisaa Amma Barattootni Yuunivarsiitii Madda Walaabuu dabarfachaa jiran.(waliif Dabarsaa)

  Nuyi Barattootni Oromoo Yuunivarsiitii Madda Walaabuu halkan edaa yeroo sadaffaaf diddaa itti fufnee jirra. Halkan darbe kana humni waraanaa…

10 years ago

‪#‎Oromoprotests‬,  Oromo protests news coverage on Network Africa TV, 08/01/16

    Oduu waa'ee fincila mormii master pilaanii oromiyaa keessatti taasifame Tv Network Africa irratti

10 years ago

Aaddee Gammachiistuu send a great messege to Religious communities to support and stand with the Oromo struggle.

Oromo Evangelical Church of Edmonton Waldaa Hawwaasa Oromoo Edmonton

10 years ago

XIINXALA GABAABAA HAALA AMMA KEESSA JIRRUUFI FUULADURAA!

  Hunduma keenya biratti akkuma beekamu yeroo ammaa kana quuqamtoonni Oromoo yeroo dhumaaf garbummaa seenaa gochuuf hojiirra jira!. Addumatti galata…

10 years ago