bilisummaa

Marii TV’n baraad’ii ja’amu gad-geyse irratti hirmaattonni ummta Oromo milyona 45 geyuu cinaa dhaabbachuu qabnaa ja’an.

Marii TV'n baraad'ii ja'amu gad-geyse irratti hirmaattonni ummta Oromo milyona 45 geyuu cinaa dhaabbachuu qabnaa ja'an. https://youtu.be/xHShqAl9Qys

11 years ago

Dr. Naansii Umar: Mootummaan Toophiya xurii isaa qaama biraatti haqachuu barabaada…

Hegeree Oromiyaatiin Gaazexaan Al-masrytoday ja'amu Dr. Naansii Umar waabeefchuun akka gabaasetti motummaan wayyaane yeroo ammaan tanaa haala maraatu keeysatti argamu…

11 years ago

#FIQAADUU SHUMATAA guyyaa kaleessaa qabamee hidhamuun isaa beekamee jira.

#OromoProtests Inni suuraa isaa armaan gaditti argitan kuni dargaggeessa Oromoo suuraan isaa qabsoo Oromotiif kaka'iinsa guddaa uumee yemmuu ta'u maqaan…

11 years ago

Oduu Gammachiisaa: Mootummaan Jarmanii %100 Oromoo akka deeggarru Ibse

==================================== Akkam jirtan yaa lammiiwwan kiyya. Akkatti jirru walumaanu beekna natti bareetin isin gaafadhe dhiifama akka itti jirru wallaaleti miti.…

11 years ago

Protesters in Ethiopia reject authoritarian development model

The Oromo students’ defiant protests are a response to decades of systemic and structural marginalization December 19, 2015 4:00PM ET…

11 years ago

Wal yaamaa wal yaamaa walii galaa walii dhaamaa..

https://youtu.be/QyyBrbdY1Zc

11 years ago

75 killed in Ethiopia protests: HRW

http://en.prothom-alo.com/ At least 75 people have been killed during weeks of protests in Ethiopia which have seen soldiers and police…

11 years ago

Viva Artistoota Oromoo; Nu Diinne Dinnee gabrummaa dinnee.. Didaa!!

#OromoProtests :- Hayiluu Kitaabaa "Qeeroon Jabaanee Si Eegna" New Oromo Music 2016 https://youtu.be/GAyYTF2xbfo GUMAA WALLEE WARRAAQSAA HAARAA 2016 https://youtu.be/KTuWkPcRrDI "NEW…

11 years ago

‪#‎OromoProtests‬ guyyaa har’aa Abbaan Duulaatifi Muktaar hayyotaafi abbootii qabeenyaa beekamoo muraasa walitti qabanii turan

Erga sakattaan cimaan godhamee booda waan isaan yaamaniif himan. Kunis ummanni nu dhagawuu didee nurraa qabbaneessaa kan jedhuudha. San booda…

11 years ago

Mudde 19,2015 Godina Lixa Shaggar Aanaa Calliyaa Magaalaa Geedoo Keessaa Beektotni Oromoo Humna Waraana Wayyaanee(Itihophiyaan) Ukkanfamaa Jiraachuu Qeerroon Gabaase.

Qeeyroo Mudde 19,2015  Sochii warraaqsaa Biyyaalessaa Oromiyaa gaggeeffamaa jiru keessatti ga’ee qabduu jedhamuun ilmaan Oromoo kan Hayyootni Jaalaalaa fi Kabaja…

11 years ago