bilisummaa

Mootummaan Tigraay mootummaa Federaalaa wajjiin dhoksaan marii taasisaa akka jiru gabaafame.

Akka Sudan Post gabaasetti mootummaa Federaalaa fi Adda Bilisummaa Ummata Tigraay kan Tigraay bulchu jidduutti xalayaa nagaa wal jijjiiruun dhoksaan…

4 years ago

President Uhuru Kenyatta and Ethiopian PM Dr Abiy Ahmed enjoy a spectacular display

President Uhuru Kenyatta and visiting Ethiopian Prime Minister Dr Abiy Ahmed on Saturday made an impromptu appearance at the Museum…

4 years ago

Majlisa keennaaf nama bakka nu bu’u filanne, seeraafi heera eegsisuun, sagalee ummataa kabachisiisuun qaama ilaallatu bira jira!

ila Duula marumatu duula,daboo marumatu itti bobba’a, kan hinjifannoon galu garuu muraasaa beeki! Namtichi biyyaa teennaafi Amantii jeeqe,nama walitti naqe,islaama…

4 years ago

Hogganoonni paartilee siyaasaa Toophiyaa 5 fi bakka bu’aan Ameerikaa maryachuun dhagayame.

Mariin kun marii biyyaalessaa fi haala Itoophiyaan amma irratti argamtu irratti kan xiyyeeffate jedhame. Mariin hooggansi paartilee siyaasaa Itoophiyaa 5…

4 years ago

Duulli naannoo Amaara keessatti gaggeefamaa jiru hangam nageenya biyyaaf yaaddessa?

Wiixata darbe aanga'onni naannoo Amaaraa ibsa kennaniin duula olaantummaa seeraa kabachiisuu gaggeefamaa jiruun namootni 4500 ol ta'an hidhamuu beeksisaniiru. Duulli…

4 years ago

GALATOOMAA! Dhufaa jira gara Ameerikaa kaabaa

GALATOOMAA! North America, We are coming !June/ July 2022

4 years ago

Gaafiif deebisaa Jawaar Mohamd eega hidhaa bahee yeroo duraatiif

https://www.youtube.com/watch?v=p1cVgBtR-FQ

4 years ago

Sheekh Hajjii Ibraahim Tufaa Pirezidaantii Mana Marii Dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaa tahuun filataman

Manni maree dhimmoota islaamummaa Itiyoophiyaa sanada dambii Ittiin bulmaata. Mana marichaa erga mirkaneessee booda har'a miidiyaaleef ibsa kenneera. Kanumaanis koree…

4 years ago

Garee Google Crowdsource – Ethiopia: Keessatti wantoota beekuu qabdan

GAMMACHIISAAS Qabna! Hawaasni keenya biyya keessaa alaa Dhamaatii ijoollee keenyaatiin #Milkoofne jechuudhaan Miirri Gammachuu torbaan lamaaf walitti fufeera.Kun Bu'aa keessan…

4 years ago