bilisummaa

Gareen Shanee ABO J/ Edin Waaqoo ajjeesuuf yaalii godhuu isii mirkaneessite

Hoogganaan murna Shanee Gumii ABO Boorana keessatti rasaasa 9n tumamuu Qabsaawaa Oromoo J/ Edin Waaqoo ilaalchise social media irratti yoo…

11 years ago

Wayyaaneen maqaa Maastar pilaanii jedhuun ajjeechaa 2ffaa nurratti labsuuf jirti.

Baarentuu Gadaa Irraa Maastar pilaaniin Finfinnee naannwa Finfinnee walitti makuuf qophaawee ture   dhiiga sabboontoota lammiif lubbuu isaanii dabarsanii kennaniin akka…

11 years ago

Update on Obbo Baqqalaa’s North America Tour

======================================= Obbo Baqqalaa had successful meetings with Oromo communities in Minnesota,Atlanta, Sandiago and Chicago. His next stops are: Iowa ====…

11 years ago

SEENAA EEBBISAA ADDUNYAA

  Eebbisaa Addunyaa weellisaa beekkamaa fi qabsaawa mirga Oromoo ti. Kan inni ittiin beekkamu keessaa tokko walleesaa kan gootummaa faarsuu…

11 years ago

Food Crisis at the Horn of Africa

  The United Nations office in-charge of Coordination of the Humanitarian Affairs has reported an increase in food scarcity in…

11 years ago

Waldaan Hawaasa Oromoo Awuroopaa (WHOA)/ Oromo Community Association in Europe (OCAE)

  e.V. (Inc.) Irreecha/Irreessa bara 2015 kan cinaa (bukkee) Hora Arsadiitti geggeessamu ilaalchisee tumsa (backing) ykn yaadannoo (remembrance) isaa ummata…

11 years ago

Master planii Addis Ababaa wayyaanee fi Icciitii isa duuba jiru…. Of baraaruuf tokkummaan haa kaanu!

  Weerara Minilikiin dura abbaa biyyaa kan turan ilmaan oromiyaa naannoo finfinnee gosa Abbichuu, Eekkaa, Gullee fi Galaan kan jedhamuun…

11 years ago

Maaster Pilaanii Finfinnee hojiirra oolchuuf dhaadatuu eegalan.

OMN Master pilaaniin Finfinnee kanaan dura mormii gaggeeffameen lubbuu Oromoota hedduu galaafate bara haaraa Itoophiyaa dhufaa jiru kanatti akka hojii…

11 years ago

Ummanni Sooriyaa Turkiyaa keeysaan Awrooppaatti baqatu malee carraa biraa ni dhaban.

Biyyi Arabaa takkalleen daaima kana qubsiisuuf qophii miti. Saudi, Abu Dabi, Bahreyn, Qaxar, Misra, hundi warra sooriyaa hin qeebalan. Libaanoosii…

11 years ago

Godina Dhihaa Oromiyaa Magaallan Amboo fi Neqamtee Raafama Keessa Seenanii Jiru. Mootummaan Wayyaanee Human Waraanaa fi bBsaasota Isaa Hedduminan Bobbaase Jira.

================================================= Gabaasa Qeerroo Fulbaana 2, 2015 – Qeerroo.Org Mootummaan abbaa irree Wayyaanee EPRDF/TPLF jedhamtu Uummata Oromoo irratti mana diiguun, lafarraa…

11 years ago