bilisummaa

Yaa dhugaa eessa jirta ati?

Suuraa kanarraa maaltu sitti mul'ata?  maaltu sitti dhagyama? maal irraa yaadatta? Maal si yaadachiisa?

11 years ago

Murtee fi ijjannoo hooggana olaanaa Adda Bilisummaa Oromoo

Hoogganni olaanaa Adda Bilisummaa Oromoo eega jaarmiyaleen siyaasa Oromoo tokkummaa fi walitti baqiinsa injifannoon xumuratanii booda, teessuma idilee jalqabaa gaafa…

11 years ago

Oduu gaddaa; Sheekh Haamid Bookhe Aakhiraman

Innaa lillaahi wa innaa ileyhi raaji'uun Sheekh Haamid Bookhe Sheekha kabajamaa fi jaalatamaa Sheekkotan gurguddoo Carcar qabu keessa tokkoo gara…

11 years ago

Eebba Diraamaa Dambalii karaa TV OBS dhihaachuuf qophiirra jiru

Seenaa Abdissa Waan jedhantu nama dhiba yaa Lammii!!! Eebba Diraamaa Dambalii karaa TV OBS dhaan dhiyaachuu dhaaf jedhu eebbisiisuuf Ganama…

11 years ago

Jen. Huseen Bunee Daraaraa (1906-2009)

Ferhan Abdulselam    Abbaa isaa obbo Daraaraa Godaanaa fi haadha isaa aadde Hawwaa Badhaasoo irraa bara 1906 Kibba Oromiyaatti, Baale…

11 years ago

Father’s journey puts children first

Jamal Abdullahi, an Oromo janitor who never stopped pursuing an education, cleans the floors at Wilson Magnet High School in…

11 years ago

Barattoonni warra dhihaa kudha lama ka Suudaan keessatti baratan ISS dabalaman

Hegeree Oromiyaatiin Sudaani fi barattota lammi warra dhihaa Sudaan keysatti barachaa jiran. Itti gaafatamaan kollajji Medikaala Sudaan akka ibsetti barattonni…

11 years ago

Oduu Gaddaa

Hegeree Oromiyaatiin waxabajjii 28/2015 Aaddee Bilqiisaa Ibrahim Ali waxabajjii 27/2015 du'aan Addunyaa kanarraa boqatte jirti. Aaddee Bilqisaa Ibraahim Godina Baalee…

11 years ago

Dhufaatii Obaamaa fi waan Obaamaan fidee dhufu

Bilisumma Biyyaaf Kan Oromoo Obaamaan nama kabajamaa dha keessumaa warra lixaa biratti.Egaa obbo Obaamaanis qe’ee dhufnee isin ilaalla erga jedhanii…

11 years ago