bilisummaa

Let Us Foster Unity for Freedom!

Whatever the dictators in the Abyssinian empire do, the train of the Oromo national liberation movement moves forward to the…

11 years ago

Oromoo Hidhuu fi Ajjeessuu Araada Kan Godhate Mootummaan Abbaa Irree Wayyaanee, Sabboonticha Oromoo Barataa Urgeessaa Daammanaa Guyyaa Har’aa Ukkaamsee

Qeerroo.org, Finfinnee Mootummaan Abbaa Irree EPRDF/TPLF yakka tokko malee ilmaan Oromoo sabboontota ta’an ukkamsaa jira. Haala kanaan, guyyaa har’aa sabboonaan…

11 years ago

Ethiopian Israelis decry alleged police racism

At least 13 people injured in Jerusalem as protesters angered by filmed beating of Ethiopian soldier clash with police. For…

11 years ago

Ummata keenya amantaan gargar foohanii ajjeesuun hedduu na sukanneesse..

Artist Dr. Ali Birra Gochaalee suukanneessaa baqattoonni Keenya yeroo ammaa mudachaa jiruu laalchise  

11 years ago

Garagarummaa Dhaabota Oromoo gidduu

By Ibsaa Guutamaa Sabaawota Oromiyaan kan ijaaraman dhaabota hedduutu jira. Garuu akki isaan akeeka qabsoo Oromoo itt ilaalan adda addaa.…

11 years ago

As Oromo Refugees in Yemen-Aden…

Subject:   Only, the Oromo Refugees are still caught up under the fire and critical circumstance and also expecting an imminent danger…

11 years ago

Mirga ifiin murteefannaa fi Oromiyaa walabaa akeeka waararrii tahe hubatame.

Darrata qabsoo Oromoo mudate Irraa kan madde hujiin tiratanii qabsoo fuulduratti tirsuun dagatamee qarsaaleen siyaasaa Oromoo tuuta yaadan wal riqattu…

11 years ago

Lubbuun keenya balaa keessa jira jedhu baqattoonni Bangaazii Libyaa keessa Jiran

WASHINGTON DC— Baqattoonni Libya Bangazi keessa jiran haala hamtuu keessa jiraachuu dubbatu. Bakki isaan yeroo ammaa jiran bakka ISIS baatii…

11 years ago

Hangaatuu.com ISISiin hagoogamte

ISIS:  marsaa (hangaatuu.com) gaazeexeessaa Abdusamaal Suuteen taligamtu qoqqotee seenuun akeekkachiisaa gubbatti maxxanse.. https://youtu.be/UZTAVgL3iiM

11 years ago