bilisummaa

Habashaa fi bilisummaa Ummataa

Bara duri moototi madda hooda ummata saaniirraa adda tahe ofii kennu turan. Maddoti akkasii moototaaf aangoo hin dangahamne akka kennuuf…

11 years ago

Eebba Fiilmii MARSII MOOYI irratti haala oo’aan gad geeyfame

(Galanni kan Jajjaboo Sabaati) Guyyaa 3/1/2015 Eebba Fiilmii MARSII MOOYI irratti haala oo"aa ta'een Ayyaana Ganna haarawaa wojjiin wol Qabatuun…

11 years ago

Baga geeysan, Baga ittiin nugahe

Injifannoo dhiigaafii lafee jaallan wareegamaniitiin lafaafii mirga hagoo irratti argame, wareegamaan tiyfachuun abdiifii dambooba hegeree walabummaa Oromiyaati!!! xumura bara 2014…

11 years ago

Adeemsa bulchinsa haqaa dhabeesaa sirna wayyaane

Sirna bulchinsa motumma Ethiopian ittin gaggeefama jiru yoo illaale keyyata duraa irratti jecha bareeda akkana jedhu arkannaa . sirna bulchinsa…

11 years ago

Abbaa Duulaa fii Sa’uudiin shamarraan Toophiyaa fii Oromiyaa akka araboota kaddaman waliigalan

President of the Ethiopian Parliament Abadolla Jamda confirmed the existence of agreements between the Saudi and Ethiopian governments to recruit…

11 years ago

Mohamed Ayyuub: Yaa biyya too yoomumaan ijaan si arga guyyaa tokkoofillee

Walaloo Mohamed Ayyuub guuyyaa ayyaana WBO Suwedin Skara Amajjii 3 2015...godhe  ·

11 years ago

Oromia Broadcasting Service (OBS) tajaajila isaa eegaluuf jedhu..

Akkuma beekamu yeroo darbe Gaazexeessitoonni TVO Digdamaa ol ta'an "Uummata Gaaffii mirgaa gaafatuuf maalif Rasaasni deebii ta'a? akkasumas wanti hafe…

11 years ago

Statement of Oromo Muslim Foundation in DC on Human Right Violations in Ethiopia

We Oromo/Americans living in the Washington DC metro area are outraged by the continued Human Right violations the Ethiopian Government…

11 years ago

ABO-Jijjiramaa: IBSA YAADANNOO GUYYAA WARAANA BILISUMMAA OROMOO

Haga Ummanni Oromoo Haqa Isaa Deeffatutti falmiin Bilisummaa Itti sufa (fufa). Ummanni Oromoo ummatoota gaanfa Afrikaa keessatti bilisummaan jiraataa turee…

11 years ago