bilisummaa

Muuxa mo Moyxa?

Dabaafi daddaba afaan keenya dabsu sirreeffachuun guddina afaan keenyaa karaa qajeelaarra kaayuudha.

12 years ago

KULKULFATA – ASOOSAMA

Barreessaa:- Saphaloo Kadiir KUTAA LAMMAAFFAA(2) Mooraan koollejjichaa yeroo dheeraaf faanaa fi hafuura namaa dheebottee turte, torbaan kana namoota umrii garagaraa…

12 years ago

SEENAA NAMA BOOCHIFTU

Mucaa haadha hin qabne Seenaa dhalootuma isaarraa eegala guyyuma inni dhalate haati irraa duute, abbaan isaa fuudhee haboo isaatitti kanne,…

12 years ago

Wayyoo Anaa Nyaatu

  Guyyaa 7/11/2014 Fayisa Tasfayee irraa Mirga qabdan fayyadamuun hiriira baatani buqqa'uu Oromoo nagaan mormtitani kanan dhugahu kun dhugumaa?dhuguma akkas…

12 years ago

Akka sabaatti ijaaramnee,oromummaa fi Oromoo duwwaa abdannee, gooboo garee fi maqaa qabsoon daldaaltuu, hundeen diiguu qabna.

………Kutaa lammaffaa Barreefama kiyya kutaa tokkoffaa keessatti, dhaabbileen siyaasa Oromoo, dhimmoota irratti garaa garummaa qabanii fi waantota irratti waliin hojachuu…

12 years ago

Beeksisa Waamicha Walgahii Amajjii Guyya WBO Amajjii Guyya 3/01/2015 Ilmaan Oromoo biyya Swedin magaalaa skara fi Naannoo isii jiraattanif kuta Skandinivia Jiru hundaaf Waamicha walgahii konyaan ABO ayyantu Dagaa kabajaan afeera,

Qabsoo Bilisummaa Oromoo tan ABO gaggeefamtu keessatti Guyyaa seena qabeessa tahe Yaadannoo Guyyaa Waraana Bilisummaa Oromoo(WBO) fi simannaa bara 2015,Amajjii…

12 years ago

Baraatu Bara Milkiitii Bahaa Falmadhaa!

Jiituu Lammii, Sadaasa 4, 2014 Barri 1998, bara Afaan Oromoo yeroo jalqabaatiif qormaata biyyoolessaaf dhiyaate ta’uun  bu’aalee dhiigni ilmaan Oromoo…

12 years ago

Seerri barreeffama Afaan Oromoo biyya keessaa fi alatti daandii garaagarummaa calaqqisu lama qabatee dagaagaa jiraachuu

(Waggaa 20ffaa hojii irra ooluu Qubee sababfachuun kitaaba kiyya hin maxxanfamin ‘HARKATU HARKA DHIQA’ jedhu keessaa kan dubbisaaf dhihaate) Boruu…

12 years ago

Sadarkaa dhaabaattii koreen tokkummaa fi ilaa fi ilaamee ABO jijjiramaan maqaan isaanii akka kanaa gadiitti ibsamee jira.

ADDA BILISUMMAA OROMOO OROMO LIBERATION FRONT                                            اورومـوحـرير اجبهۃ Gaafa:   Sadaasa/04/2014                                                                           Lakk.:008/2014 Date:  Nov/04/2014                                                                                    No.:  008/2014              رقم Ibsa ABO jijjiramaa irraa…

12 years ago

Oromiyaa: Under the occupation of Tigrayan fascist regime

 By Leenjiso Horo November 2014 Note:  In discussing the crimes that the Abyssinian regimes committed against the Oromo people, some…

12 years ago