bilisummaa

Hawaasni Oromoo Roobii dabre irraa eegalanii nyaataa fi dhugaatii lagachuun mormii dhageessisaa jiran.

WASHINGTON, DC — Maaster Plaanii kan magaalee addaa Oromiyaa Finfinnee jala galcha - jedhame mormuuf kanneen hiriira nagaa ba’an barattoota Oromoo…

12 years ago

Dubbadhu Finfinnee!

Najiib Zannuun

12 years ago

Seenaa Itopiya bara 1847 hanga 1983 jedhu afaan Amaaratin profeser Bahiru Zawudee barreese irraan gara afaan Oromooti hike.

Baqqalaa Jirataa irraa* Dubbistotaf! harra waa'ee haala siyaasa Itopiya ammaa otuu hin taane seenaa wagga 100 duraa kitaba tokko keessatti…

12 years ago

Keemikaalli duuch-balleessaa waraanaa dhoksaan gara Tigraay galuun himame

Keemikaalli duuch-balleessa (Bilogical Weapon)kun, laaboraatoorii kolleejjii raayyaa ittiisa biyyaa magaala Bifshootuu keessatti dhokfamee ture, dhiheenya kana dhoksaan gara Tigraay akka…

12 years ago

Gaaddiidduu Jaaramayaa Farra Sabboonummaa Oromoo (kutaa sadaffaa)

(Xannacha Keeysaa Kan Qabsoo Bilisummaa Oromoo ABOn Hogganamtu Quucarse) 5. ABO fi ABUT (OLF vs TPLF) ABO fi ABUT akkaa…

12 years ago

Jon Stewart Learns What Happens When You Criticize Israel

Many have accused Jon Stewart of being pro-Hamas for expressing sympathy for the residents of Gaza, where more than 500 people have been killed --…

12 years ago

Dorgommii baranaa mana barumsa MN.,St.Paul,jiru ‘Central High School’ jedhanitti qopheessan.

WASHINGTON,DC — OSFNA, Oromo Sport Federation in North America,dorgommii ispoortii Oromootii Amerikaa gama kaabaa baruma baraan qopheeffatan. Eegii jalqabanii ganna kurnya lamaatti…

12 years ago

Ayyaana Yaadannoo  Qabsoo Diiddaa Gabrummaa

  Kaayoon kallachi  ayyaana kanaa, qabsoon  bara 1960’mootaa  Baaletti jalqabamtee  achirraa kutaawwan  heddu walgeette,  qooda  seenaa sochiiwwan bilisummaa Oromoo keessatti…

12 years ago

THE INTERVIEW OF MR. DAWUD AND MR. LENCO WITH OMN, HOW FAIR WAS IT, DO WE LEARN SOMETHING?

By Dandii Haqaa  Before coming with this piece of writing I have challenged myself for many hours whether to make…

12 years ago