bilisummaa

Hawaasti Oromoo Gooticha Oromoo, Inj. Tasfahuun Camadaa fi Ilmaan Oromoo Ajjeefaman Yaadatan

Hawaasti Oromoo Gooticha Oromoo, Inj. Tasfahuun Camadaa fi Ilmaan Oromoo Ajjeefaman Yaadatan Posted by Tsegaye Hailu on 9/02/2013 Fulbaana 2, 2013 | Madda Oddu…

13 years ago

“Sammuun bilisoomnee, qaaman of bilisoomsuutu nu afee jira”

Qabsoon mirgaa fi bilisummaa keenya goonfachuuf itti jirru yeroo ammaa sadarkaa duubatti deebi’uu hin dandeenye irra gahee jira. keessumaa qabsoon…

13 years ago

OSA’s Letter to Mr. Ban Ki-moon on the death of Engineer Tesfahun Chemeda

His Excellency Mr. Ban Ki-moon, Secretary-General Office of the Secretary General of United Nations 885 Second Avenue  New York, NY…

13 years ago

Labsa if jijjiirraa Adda Bilisummaa Oromiyaa (A.B.O)—Oromia Liberation Front (O.L.F)

  Adda Bilisumma Oromiyaa Akkuma firaa fi alaagaaniis hubatutti baroota hagoo dura haala faffaca’insa mooraa qabsoo bilisummaa Oromoo keessatti mudateen…

13 years ago

Accountability in Politics: The case of the Oromo Struggle for Freedom/Liberty

By Qilxuu Oppression conceives struggle. Struggle needs organization under a common motive, from a simple aggregation in a tea/coffee party…

13 years ago

ODUU Gammachiiftuu fi ariitiidhaa

Waraqaa adii qabannee yaana jechuun ummataa mootummaa naga jibbu mootummaa wayyaanetti dubbii fiddee jirti. Hiriira guyyaa boru 26/12/05 magaala Finfinnetti…

13 years ago

Gareen tumsitoota warra maqaa ABOn daldaltu, garee ODF (OPDO) haaraya reebuun teessoo isaanii fashalsite jedhu

Waamicha ADO (ODF) Magaalaa Calgari, Canadatti waame akkasiin mormii ummataa cimaatiin fashala’e

13 years ago

US President Barack Obama said he has decided to take military action against Syria, but will seek authorisation from Congress before he does.

    Obama said on Saturday that the US had presented a "powerful case" linking the government of Syrian President…

13 years ago

Yeroo amma kanatti lubuun oromoota heduu yeroo gaaffii malee badaa jiruudha, maalif “stop killing Oromo” jechuullee dadhabne ??

Lubbuun Oromoota warreegamanii bacoo fi qoosaa diinaa ta’anii Oromoon raammoo dhoqqee keessaati ka’uuf ni yaala garuu eessaa hin ga’u jedhamee…

13 years ago

Wayyaaneen PONDI gurgachuun hafe lubbuu isiitiinuu poolisa jalattai akka dheessitu dirqamte.

Hawaasni Oromoo fii Toophiyaa guyyaa ar'aa magaalaa lammaffaa biyya Suweedin Goteborgi keessatti harka wal qabachuun garee Wayyanee ta maqaa jaarumsa…

13 years ago