bilisummaa

The Truth, a few Extremist Amhara diasporas and medias couldn’t live with

After I read Al Jazira’s the Stream program ad on the Oromo causes, I told my good friend as these…

13 years ago

Gara Itti Adeemtu Baruu Yoo Feete Eenyu Akka Taatee fi Eessaa Akka Dhufte Beekuu Qabda

Jaallannee Gammadaa 16.07.2013 WASHINGTON, DC — Lammi Awustraaliyaa hidda dhalata Oromoo kan taate Toltuu Tufaa umriin ishee Digdamii torba. Abbaan Toltuu…

13 years ago

The Oromo and the War on Terror in the Horn of Africa

The Oromo and other long-suffering communities do not want independence but to be treated as citizens of the state. In…

13 years ago

Yaa Tokkummaa dhaba…………? Oduu Durii

Sangootatu (qotiyyootatu) haala keessa jiran yeroo tokko bakka dheedichaatti walitti dhufanii marii taasifatan. Sanagooti (qotiyyooti) bifa gara garaa qabu. Tokko…

13 years ago

Seenaan Oromoo Akka Janus Fuula Lama Qabaa Laata?

Barreffamni kun kan ani Afaan Oromootiin yeroo duraaf dhiyeese waan ta'ef, yoo dogoggorri keessa jiraate na ofkolcha. Akka ani amma…

13 years ago

Hayyudureen Garee Shanee ABO Asmaraa Ummanni Oromoo Rakkoo Ulfaataan Qabamuu Ibsuun,Waamicha Qabsoo Godhe

Walgahii ummataa ABO kan Ameerikaa Kaabaa gaafa Adoolessa 6,2013 magaalaa Seeyint Pool Minisoota keessatti godhamerratti, HD ABO Daawuud Ibsaa haasaa…

13 years ago

Kennaan, dandeettii fi beekumsi Oromoo kan fedhii saba Oromootiif hin taane ykn hin oolle hiikkaan isaa maali?

    Abdii Boruutiin   Mata duree kanaan barruu kana akkan dhiyeessu kan na taasise, barreeffama dhiyoo kana Obboo Fayyis…

13 years ago

African exhibit finds home at American Swedish Institute

by Nikki Tundel, Minnesota Public Radio July 10, 2013   LISTEN EMBED | HELP ST. PAUL, Minn. — When it comes to African art…

13 years ago

Moromaa Hin Feesisu!!

Gaafiin teenya kurfo fedhiin teenya ifaa Wanni nu barbbaannu bilisummaa qofaa Wanni fedhe hafee isii arakannu quufa Wanii isiin achii…

13 years ago

Gadaan Gadaa Bilisummaati!

Nuti miseensotni ABO kutaa Kanaadaa fi Amerikaa walitti dhufnee kora gamtaa bakka tokkotti geggeeffanne kora kana irratti ibsa hoggana ABO…

13 years ago