bilisummaa

Kitaaba Raammisoo sagaleen..

https://www.facebook.com/abbaa.urjii/videos/2643718592314313/?t=2 Warra RAAMMISOO dubbisuuf dharraataniif hamma kitaabichaan walitti baatanuu, waraabbii sagalee kutaa 1-rraa hamma 7-aa, heera malee sa'aa lamaa, gabaa!…

7 years ago

Qabsoon Bilisummaa Oromoo eessaa ka’ee garamitti deemaa jira?

- MARSAA LAMMAFFAA – Kutaa Afraffaa - Qabsoon Bilisummaa Oromoo eessaa ka’ee garamitti deemaa jira? - MARSAA LAMMAFFAA – Kutaa…

7 years ago

DUULLI MINILIK UMMATA OROMOOTTI BAHE KAN GITAA MOO WEERARAA TI?

Ebla 26, 2019 Abbaa Urjii tiin: Gaaffiin armaa olii baroota walakkaa jahaatamootaa Oromoota (sab-boonotaa fii qabsaawoota) fii, hortee nafxanyootaa (Amaara)…

7 years ago

Arsii; Addisuun Dachee Oromiyaa keessa imaluuf hamilee hin qabu!

Arsii Asallaatti haati Siinqee fi maanguddoonni gocha Addisu Arega Kitessa mormuun hiriira bahan. Addisuun Dachee Oromiyaa keessa imaluuf hamilee hin…

7 years ago

Obboo Lammaa Magarsaa maalif Angoorraa kaafaman?

Dubbiin aangoo prezidaantummaa BMNO irraa kaafamuu #Obbo_Lammaa_Magarsaa wantootota dhokfamanii hambifaman hedduu akka qaban wantoota ta'aa oolan irraa arguun nama hindhibu.…

7 years ago

Ibsa Ijjannoo Waldaa Sikkoo Mandoo Haala Yeroo Irratti.

https://www.facebook.com/640466929722119/videos/323432698319994/?t=119

7 years ago

Naannoolee Oromiyaa fi Saboota Kibbaa humna Minilikiin Weeraraman (1865-1900).

1) Shawaa 1865 2) Walloo 1867-1876 3) Tuulama 1879-1882 4) Macca 1882-1886 5) Wallagga 1879-1886 6) Biyya Gumaa 1879-1882 7)…

7 years ago

“Shimallisii fii Addisuun akka Oromiyaa bulchuu hin dendenye mirkeneessan” Jawaar Mohammed

https://www.facebook.com/OromiaMedia/videos/456122711859385/ "Riqichi ummata oromoo fi OPDO/ODP waltti Fidu Citeera" Jawaar Mahammad.

7 years ago

Seenaa Harma muraa

https://www.facebook.com/falmataaM/videos/818201828555819/?t=141 Gocha gara jabeenyaa Minilik ummata Oromoo irratti raawwate OPDOn Habashaan jaallatamuuf seenaa Awwalti!

7 years ago

Dr, Abiy Ahmed Oromiyaa diigee Toophiyaa durii deebsuufi

https://www.facebook.com/OromiaMedia/videos/404244727035028/?t=0

7 years ago