bilisummaa

Dr. Muhammad Rashad Abdulle, eminent Oromo scholar and linguist, dies at 79

by Mohammed Ademo Dr. Sheikh Muhammad Rashad Abdulle, a noted Oromo scholar, expert in Oromo and Somali languages and researcher…

13 years ago

Waggaa meeqa guutuu itti ifaajanii Afaan Oromootti qur’aana hiikanii Sagalee qulqulluun gurra nu buusani

Silaa addunyaan mana keenyaa mitii Manni dhugaa kan du'a boodaati Duuti waa hin haftu hundumatti dhufti Arra kunoo dhabne aalimticha…

13 years ago

Xalayaa seenaa dhugaa ibsu moo kan Oromummaa diiguuf qophaaye dha?

  Abdii Boruutiin   Mata duree kanaan barreeffama kana akkan dhiyeessu kan na taasise, akka tasaa xalayaa Afaan Amaaraatiin barreessame…

13 years ago

Dr.Sheik Muhammad rashaad arra du’aan addunyarraa galanis, wanni inni nuuf godhe yoomiyyuu sammuu keessaa nun baddu.

Amantii isaa nama akkaan jaalatuu fi saba isaatiifis nama hadoodu ture. Qubee Afaan Oromoo laatiinirraa gara afaan keenyatti akka nuuf…

13 years ago

INA LILAH WO’INA ILEH RAJI’UN

Dr Muhamed Rashad Kabir Abdule Mamaya Carcar gama Akhirat deeman Radio bbn Afaan Oromotin Biyat Itophi'a keeysat yeero jalqabaf qurana qulqulu…

13 years ago

Qabsaawota Bilisummaa Oromiyaa fi Ummata Oromiyaa tiif

Guyyaa:  May 22, 2013 Itti:       Qabsaawota Bilisummaa Oromiyaa fi Ummata Oromiyaa tiif. Irra:     Waajjira Gumii (Board) Hooggana FIDO 1.   Eega…

13 years ago

Obituary: Dr Sheik Mohammed Rashad Kabir-Abdullee

Dr Shek Muhammad Rashad  ( full name:  Muhammad Rashad Kabir  Abdulle Mummayyaa Carcar ) was born in 1934, in Eastern…

13 years ago

Innaa lillaahi wa innaa ileehi Raaj’uun: Dr. Sheek Muhaammad Rashaad kabiir Abdullaahi guyyaa ar’aa gara biyya aakhiraa godaanan

Ummanni Oromoo hayyu guddaa, goota, abbaa qubee Afaan Oromoo,  tafsiira/hiikkaa qur'ana Afaan Oromoo, Gaazeexeessaa yeroo duraatiif Raadiyoo Afaan Oromoo biyya…

13 years ago

Ashaangullitiin Summi Nyachifamuun dhugadha jedhu

Dhugga Baasi Ani Miseensa OPDO ti wagoota 20 darban hunda  gutuu akka hiree ta'ee dhaabba kana kessati qabsa'aa ture; ji'aa…

13 years ago