bilisummaa

Karaa Lama: Tokko qajeelaa kuun boolla

  Haala amma irra geenyeen siyaasaan Oromoo fi biyya sanii karaa dhanquu irratti deebitee jirti. Karaan tokko, kan amma qabanne…

7 years ago

Shororkeessummaan siyaasa keessatti dhima tokkollee baasee hinbeeku.

Qilee irraa asdeebi’aa (Ezekiel Gebissa irraa) Shororkeessummaan siyaasa keessatti dhima tokkollee baasee hinbeeku. Biyya keenyattis baratamuu hinqabu. Kanaafuu, Dr Dalasaa…

7 years ago

Makiinaa (Konkolaataa) dhaabaa fiduufiin Asmaraatti deebi’e

https://www.facebook.com/birragemedi/videos/538549506629894/?t=0

7 years ago

Jechoota Koompitaraa Afaan Oromootti kan hiikame..

Abduljabbaar MohammedFölj 11 november 2017 Jechoota Koompitaraa Afaan Oromootti kan hiikame-- warrii koompitar qabdan ykn bitachuuf qophooftan hiikkaaansaa baayyee isin…

7 years ago

Hayyu duraa garee Shanee ABO “2016 Biyyiti akka Suuriyaa taati!”

BO 1991 Itti hin qophoofne! ABO 2016 Biyyiti akka Suuriyaa taati! ABO 2018 ???? Nii lollaa ??? - Hawaasni hoo…

7 years ago

Dallaan diinummaa Oromoo gidduutti deebi’ee ijaaramee?

  Lammii Beenyaa Baatii sadan har’aa Finfinneen gammachuu keessa turte. Seenaa Oromoo keessatti ta’ee kan hin beekne Oromoon miliyoon jahaa…

7 years ago

“Ammas jaallee Daawud Ibsaa dabalatee ummaata kanaaf waliin hojjechuuf fedhii guddaa qabna” Dr. Alamuu Simee Hogganaa Waaj/ODP G/G

======== Itti gaafatamaan waajjira giddu galeessaa ODP Dr. Alamuu Simee haala yeroorratti ibsa kennaniin akka jedhanitti walii galteen ODP fi…

7 years ago

Ibsaa garee Shanee ABO, Jalle Dawud Ibsa fii khan ODP. Khuno caqasaa??

https://www.facebook.com/Oromantic/videos/10156651753615491/

7 years ago

ODPn waliigaltee diige hin qabu-Dr Alamuu Simee

  Finfinnee, Muddee 12,2011(FBC)- ODP'n walii galtee diige tokko hin qabu jedhan itti gaafatamaan Waajjira Giddugaleessaa paartichaa Dooktar Alamuu Simee.…

7 years ago

ABOn dhimma waliigaltee mootummaa wajjin jiruufi amma ‘cabaa jiru’ jedherratti waajjira dhaabichaa magaalaa Finfinnee, Gullallee argamurraa ibsa kenneera.

https://www.facebook.com/dursa.abadir/videos/2088618144563650/ Ibsi hayyuu duree dhaabichaan kenname waliigaltee dhaaabnisaanii otoo biyyatti hin galiin mootummaa wajjin taasise ibsuun jalqaba. ''ABO fi mootummaan…

7 years ago