bilisummaa

Dubbii Wallagga keessa deemaa jiru kana namni marti waan dubbachuu sodaatee usee jiru natti fakkaata.

Rakkoo addatti Wallagga keessatti mul'achaa jiru laalchisee waa xiqqoon dubbadha osoon jedhuun barruu Obbo Mathias Gudina kana arge. Waanin jechuu…

8 years ago

Gareen bara dheeraaf Asmararraa maqaa qabsootiin bara dheeraa, kora gudda, kora xiqqaa, guyyaa gootootaa jechuun ummata Oromoo diigaa baate ar’as amala isi biyyattiin galatte jedhu

"Jijjiirama yeroo ammaa haala siyaasa Itoophiyaa keessatti mul’achuu eegale kana argamsiisuu keessattis Waraana Bilisummaa Oromoo fi Qeerroo Bilisummaa Oromootiin olitti…

8 years ago

Ijaarsa seeraan fi pilaaniin magaalaatiin alaatiin magaalaan finfinnee fi magaalotni GAONF manca’aa akka jiran beektuu?

(By Makuriya Waahimaa Hunde) Bara 2009 egalee mootummaan saamicha lafaa qonnaan bulaa buqqisuudhaan murna biyya bulchaa fi saamaa tureen taasifamaa…

8 years ago

ETHIOMANIA: THE HOOLIGANS WITHIN OROMIA: PUTTING KNIFE ON YOUR THROATS

Part II Odaa Hora There is no a nation by the name of Ethiopia, late alone a nomadic “Habeshat tribe”…

8 years ago

AJJEECHAAN UUMMATA OROMOO YOOM DHAABBATA?

    Berhanu Hundee   Akkuma hunduu beeku, jijjiirama har’a biyya Itoophiyaa jedhamtu tana keessatti argameef hundeen sochii uummata Oromoo…

8 years ago

SEENAA GABAABDUU BADHAASOO (YAASSIIN) IJEE

Onkololeeysa 15, 2018 Abbaa Urjii tiin:   Arra, wal'aansoon dheertuu fii hadhooytuun qabsoo bilisummaa ummata Oromiyaa, karaa hin yaadiniin, diina…

8 years ago

Adeemsa Paartii Dimokraatawa Oromoo (PDO) keessa iccitii maaltu jira?

    Berhanu Hundee   Galanni Fincila Diddaa fi Xumura Gabrummaa uummata Oromootiin keessumaayuu immoo Qeerroo Oromootiin godhameef haa ta’uu,…

8 years ago

WAL SHAKKAA FI WAL SODAACHAA WALIIN HOJJECHUUN HIN DANDA’AMU

    Berhanu Hundee   Namni tokko yoo mana isaatti nama affeeru, dursee waa hundaan qophaa’uu qaba. Osoo itti hinqophaa’in…

8 years ago

ETHIOMANIA:THE HOOLIGANS WITHIN OROMIA

Part I   By Odaa Hora   The recent sadistic act committed by the hooligans in the placenta land of…

8 years ago

የአቶ ዳዉድ አነጋገር በንድፈ ሀሳብ ደረጃ ምን ማለት ነዉ?

Taye Dendea ብዙ ፓርቲዎች ከዉጭ መግባታቸዉ ይታወቃል። አመጣጣቸዉ ደግሞ ለኢትዮጵያ መንግስት እውቅና ከመስጠት አልፎ ከመንግስት ጋር መስማማትን ያካትታል። ህገ-መንግስታዊ ስርዓቱን…

8 years ago