bilisummaa

Qabsoon Bilisummaa Oromoo eessaa ka’ee garamitti deemaa jira?

- Qormaatota kaleessaa, kan har’aa fi kan boruu -   Berhanu Hundee Kutaa Tokkoffaa Uummatni Oromoo Minilikiin weeraramee; biyya isaa…

8 years ago

LABSII YEROO MUDDAMAA WAYYAANEE BOODA MAALTU TA’UUF DEEMA?

Berhanu Hundee Seeraanis ta’u seeraa-alaan; wayyabaanis ta’uu hannaan, murtiin Labsii Yeroo Muddamaa (LYM) Wayyaanee dabree jira. Kana booda maaltu ta’uuf…

8 years ago

WALBARADHAA: Warri kaleessa paarlaamaatti Oromoo gananii Wayyaanee waliin harka baasan kunooti. Jarri kun warra Oromoo ficcisiisuuf lola labseeedha. Diina diina diinaa oliiti

Namoota Warranaa Ummataa irraati Labsaan,Sagaleedha garee Komandpositii:- 1.Tasifayee Dhabaa G......... Bakkaa Bu'aa(Paarlaama Mana Mariiti Kore dhabi 2.Zawudu Kabadaa G/Shawaa Bahaa…

8 years ago

E.U. must stop treating Ethiopia regime with kid gloves – MEP wants action

he European Union (E.U.) must start being tough with the Ethiopian regime especially given the current political climate, a Member…

8 years ago

Mootummaa Wayyaanee Jalatti Fooyya’insi Siyaasaa Oromoof Ni Dhufa Jedhanii Eeguun Of Gowwoomsuudha!

  Baarentuu Gadaa Irraa// Namoonni  murtaawan wallaalarraa, kuun  isaanii ammoo  ta’e jedhanii  holola sirni goolessaan, sirni  saamichaa, murni faashistiin Wayyaanee/ADWWI jedhee of-waamu gaggeessu dhagahanii yoo…

8 years ago

Itoophiyaa keessatti, jijjiirama sirnaa ti moo sirnichuma jiru suphuutu gaafii uummattootaa deebisuu danda’a?

    Berhanu Hundee   Dhihoo kana mata-duree “GAAFIIN UUMMATTOOTAA TAAYITAA NAMOOTAA TII MITI” jedhuun barreeffama gabaabaa dhiheesse tokko keessatti…

8 years ago

THE FINAL HOURS OF THE Gun Carrier of the EPDR &TPLF BIRGANDS

    By Odaa HorA   No people and culture are known to survive from over six centuries of elimination…

8 years ago

Ethiopia ponders Oromo lipstick on tyranny (Teshome Borago -Satenaw Columnist)

http://www.satenaw.com/ By Teshome Borago | Satenaw Columnist In response to pressure from tribal protests, the TPLF dictatorship in Ethiopia is…

8 years ago

Ethiopia federal forces detain recently released Oromo leaders

http://www.africanews.com Reports from Ethiopia indicate that leading opposition chiefs, Merera Gudina and Bekele Gerba are among a group detained by…

8 years ago

GAAFIIN UUMMATTOOTAA TAAYITAA NAMOOTAA TII MITI

Berhanu Hundee Erga Muummichi Ministirootaa (MM) Mootummaa Wayyaanee Obboo H/Maariyaam Dassaalany taayitaarraa bu’uu isaanii beeksisanii as, eenyu bakka isaanii bu’uu…

8 years ago