bilisummaa

JOINT CALL FOR OROMO NATIONAL UNITY AGAINST GENOCIDE 10 September 2017

  Nuti hoggantootni dhaabotii siyaasaa Oromoo bilisaa asii gaditti mallattoon keenya mul’atu duguuggaa sanyii mootummaan Wayyaanee nannoo Bushooftuu, Harargee, Walloo,…

9 years ago

Sirna Awwaalcha Dargaggoo Abdujabbaar Mahammed Ussoo ilaalchise Dhaamsa Qeerroo aanaa Gooroo Guutuu tiif

----------------------------- Guyyaa boruu awwaalcha dargaggoo Abdujjabbaar Mahammad Ussoo irratti hundi keenya argamuudhaan gadda keenya ibsachaa awwaalcha goota kanaa geggeessuu qabna.…

9 years ago

Hiriira Mormii Biyyoolessaa Qeerroon Waamame Ilaalchisee Ibsa Ejjannoo Gurmuu Deeggarsa Koongiressii Federaalawa Oromoo Idil Addunyaa irree Kenname

Fulbaana 12, 2017 Seensa baatii Hagayyaa (August ) irraa kaasee Humni addaa Liyyuu Hayil jedhamuudhaan beekkamu kan Humna ittisaa mootummaa…

9 years ago

Jawwar Mohammed irraa “WAAMICHA”

1) Mootummaa naannoo Oromiyaatiif:- Akkuma waliinuu argaa jirru weerarri daangaa keenya irratti bifa haarayaan baname Godinoota shananuu waliin gahuun lubbuu saba…

9 years ago

Ibsa: Tokkummaa Humnoota Bilisummaa Oromiyaa(THBO/ULFO) irraa kanname:

Imaammataa fi weerara Shanyi Duguggaa Addi Bilisummaa Ummata Tigree(ABUT/TPLF) fi kittillayyoonni isaani Ummata Oromo Bahaa fi Kibba qubatu irratti bane…

9 years ago

Sirnoota shan uumanni Oromoo ittiin Oromiyaa Naannummeessu:-

Betru Dibaba ______________________________________________ Sirna federaalizimii Itoophiyaa keessatti, mootummoonni Federaalaa fi Naannolee aangoowwan qaban guutuu fi wal qixa. Guutummaa fi walqixxummaan…

9 years ago

At least 100 people have died on this senseless conflict instigated by the regime.

The areas marked red or those being invaded by Weyane's Liyu Police in the last few days. At least 100…

9 years ago

Freemuse calls on Ethiopian authorities to drop charges against artists

Ethiopian authorities charged seven artists – musicians and dancers – with terrorism in late June 2017 for producing and uploading…

9 years ago