bilisummaa

Yaa’ii Hoggansa Oromoo (OLC) fi Gumii Oromiyaa Addunyaa (GGO)

Lamaanuu Oromoo dha, lamaanuu Oromoof, lamaanuu Oromoon uumaman: Rakkoon jiru maali? Abdii Boruutiin Akkuma beekamu fi namuu hubachuu danda’u yeroo…

9 years ago

Wajjira Dhimma Dubartootaa fi Daa’imman Godinaa Hararge Baha.

    Karoora Gabaaba Konfaransii  Sosochii Dhabamsiisa BMG fi MKB Irrtatti qophaa’ee Camas 2009 Harar Sensaa Akka addunyaatti  rakkoowwan dubartoota…

9 years ago

Karoora Ayyanaa Hundeeffama Liigii Dubartoota Dh.D.U.O waggaa 9ffaa itti Gaggeefamu

Waajjiira Dh.D.U.O Go/H/Bahaa   Caamsaa 2009 Harar   Seensa Dhaabni keenya Dh.D.U.O.hirmaannaa fi fayyadamummaa dubartoota gama hundaan mirkannahu akka danda`u…

9 years ago

Karoora konfaraansii Sosochii Hawaasaa Sadarkaa sadarkaan Barmaatilee miidhaa Geessisan maqsuuf qophaa’ee

Camsaa 2009   Seensaa Barmaatilee miidhaa geessisan akka aadaa hawaasa tokkotti ilaalmuudhan dhaloota dhalootaatti darbuudhaan daran baratamaa kan deemanidha. Barmaatileen…

9 years ago

SHIRRI QABSOO OROMOO GALMA GAHUU HANQISE DHALOOTA QUBEETIIN GOOLABAMUU QABA!

(Ija gandummaatiin osoo hin tahin ija oromummaatiin dubbisii, waliif dabarsi) (Saphaloo Kadiir irraa) Galma hanqachuu qabsoo Oromoo tan dabare keessaa…

9 years ago

Dhamsaa baqattoota Oromoo kan yeroo ammaa gara Jimmaatti baqatanirraa ergamee.

Jawaar Mohamed Ganama kana ummata keenyaa kan Harargee san koreen Oromiyaarra dhuftee sun filannoo sadii dhiyeesaniif iniis 1.Bakka irraa dhuftanii…

9 years ago

Lafti Kan Ummataati Moo? Kan Mootummaati?

Xiinxalan Abduljebar Hussien Abbaan qabeenyaa lafaa magalaa fi baadiyyaa mootummaa fi ummata akka ta’e fi lafti qabeenya waliinii saboota ,sablamoota…

9 years ago

Candidate to Lead the W.H.O. Accused of Covering Up Epidemics

A leading candidate to head the World Health Organization was accused this week of covering up three cholera epidemics in…

9 years ago