Aadaa

Dubbadhu Finfinnee!

Najiib Zannuun

11 years ago

BARATAA FI BARSISAA

Barsiisaan ibsaa dukkanaa, balleessituu doofummaa, qartuu sammuu ilma namaa akka tahe eenyu jalaayyuu kan dhokate miti. Barsiisaan guddina sammuufi qaama…

11 years ago

ANUMAATU ANA..

Anumaatu ana malee an sii miti Of ta’een uumame akka dhuunfaa kootti Aadaa koo jaallachuun sila naaf kenname Waaqa uumaa…

11 years ago

—– CINIINSUU ——

Asoosama gabaabaa(AMENTII CAALII) Hamma yoomiittan roorroo dheessee, biyya ormaa taa'a? Du'es jiraadhes, biyya abbaakootii oromiyaa galuun qaba. Har'a uffadhee nyaachuukoo…

11 years ago

JechootaHayyootaa‬!!­!

~ Hiyyeessa jechuun nama qarshii hiyyoome osoo hin taane, nama sammuu hiyyoomeedha!~ Beekaa jechuun nama dogoggora ufii ufitti beekee, irraa…

11 years ago

Garaaf jettee hin gowwoomin..

Hawwii Caalaa irraa | Waxabajjii 3, 2014 Garaaf jettee hin gowwoomin Qarshiif jettee hin gabroomin Dhugaaf du`i malee sobuuf hin…

12 years ago

MAAL KOLFA DHALOONNI ?

Yommuun wal bira qabee Yaadaan taajjabee ilaalu, Kolfi dargaggoo ammaa Kan beera durii hin caalu. Berri durii yommuu kolfitu:qas..qas..qaaaaaas..qas.. Dargaggeessi…

12 years ago

DACHEE MAAL SIGOONE?

Yaa lafaa yaa dachee dandeessu hundumaagurraa kee as qabimee waa tokkon sitti himaakan garaa koo ture komii kumaatamagaaffiikoo deebisnaan sittin…

12 years ago

Ka dhadhaa afaan kaayan dhagaa afaan nama kaaya

Bara beelaa sana Jireenyatu akkana: Mana worrasaanii Akaayiin midhaanii Corroqat aannani. Foon silaa hinjiruu Ambaashaatu coomaa Namuu walii 'niluu Darbatee…

12 years ago