Qorannoon mata duree ''XIINXALA QULQULLINA BARREEFFAMA AFAAN OROMOO'' jedhu kun taajjabbiifi qeeqa magaalaa guddittii Oromiyaa Finfinnee marsanii jiran keessatti manneen…
'' Durdur obboloota lamatu waliin turan jedhama. Inni tokko Gorsaafi kaan immoo Didaa jedhamuun waamamu. Gorsaan hangafa Didaati. Didaa caalaa…
DUBBADHU FINFINNEE! Dubbadhu Finfinnee maaliif nu calliftaa? Ati tan eenyuuti sodaa maaliif ustaa? Dubbadhu har’aa yeroon ati dubbattuu Baaqaa…
Galmee seenaa irraa: Walaloon kun jia'a 7. 2007 maxxanfame Keenya haro maaya gubbaa ganda qoree Jaalala tee hamtuu…
Amaan Tolaa Hamdaa Bitootessa 2014 Waa sadi arfiin qara: Dubbii gamnaa arfiin qara; lilmoo arfiin qara; eboo arfiin qara. ***…
LAFEE OROMOO CACCABSITEE NYAATAA Friday, 08.05.2011, 05:35pm (GMT) LAFEE OROMOO CACCABSITEE NYAATAA?* Taammanaa Bitimaa irraa Lafa, lafee Oromoo Qaama sabaa…
Wallisaa fi Hayyuu Callaa Carcar argaa dhageettii Sirna Gadaa Uummata Oromoo Toronto barsiise
a Firehiwot Guluma Tezera 31-03-2014 Dhaamsa koo Lammikoo gurra naaf ergisi Obsaan callisaan na caqasi Sumaaf jedheetani dhagahi Dirqama lamummaa…
Bakkalcha TV Live . Finaly.Satelite OROMOO BAGA GAMMADAN TV WALABAA HEDDUMMEEFANNEE BARRI 2014 BARA GAMMACHUUN OROMOO ITTI HEDDUMMAANE HUNNUU…