IFIININ HAASAWAA IFITTIN HASAASA Ifiinin haasawaa ifittin hasaasaa Kophaa koo guungumeen kuta yaada keessa Hiriyyoota keessaa kophatti na baasaa Guyyaa na…
YAA OROMTITTII KA'I* Taammanaa Bitimaa irraa Yaa dubartii Oromoo Hundee sabaa fi qomoo Oromoo Oromtittii Abdii keenya sabbittii!** Oromtittii harmee…
Mootii kabalamuu ? Tuni gaddaa miti Gammachuu fakkaattii Du'aa maqaa kaasuun Reeffa ciisa kutuun Ololaaf hin taatuu Maali maqaan isii…
Dhiiroo numa jiraa kan Juneeddii faarsu? Gaarii dalageen kan isa leellisu Hamtuu isaa dhooysee kan baala irrat cabsu Akkamitti…
Ofiif wal sakaallee Jarri maal nu godhe. Luka wal gaadinee Harka xuupheysinee. Jacha sirnaaf seeraa gaafii eenyummadha. Mirga dhala namaa…
Sirna abbaa gadaa Kan mallattoo odaa Odaa jala taa’uu galmaa Seeratu jalatti tumamaa! Dabareen walfilaa gadooma Mirgatu akkasitti eegama. Gadaan…
JAJJABOO SABAA Joollee qacalee lammiin oomishatte Jajjaboo sabaa tan eebbaan guddatte Humna haarawaan garayyuu onnattee Durat deemaa jirti gurmuun wal…
Seenaa koo kaleessaa Isinitti odeessaa Gurra naaf ergisaa! Filannoon koo lama Filachuun dirqama! Yaadannoo kaleessaa Seenatu odeessaa! Kaamoo mana bulkaa…
By Tom Freston Shashemane was made possible by a 1948 land grant that accommodated, for free, any Caribbean of African descent…
Saalfii fi komii hin beektuu Akka namaa of dandeessee hin deemtuu Maaliif na akkeessitaa yaa gaaddidduu? Yoon deemu nawajjin deemta…