Beekan Gulummaa Irranaa-Oromiyaarraa | Onkololeessa 22, 2013 Ija guyyaa dhabee halkan keessa soorasaa kan funaannataa bulu waraabessi bineensa ijatti hintolle…
Beekan Gulummaa Irranaa-tiin, Yunivarsiitii Finfinneetti barataa PhD | Okonkoleessa 16, 2013 Kaleessarra har’a wayya laataa jennaan, kan durii ammarra wayyoome. ‘Jagni…
Zelealem Aberra Tesfa tiin Luucaan gaaddisashee cululuqaan gannaa Jaalalli irraa caamee, kan gubee xooxarse ergaramni bonaa Aggachuu dhadabee roorroo aduu…
Waraabessi olla hin tuquu Garuu yo beelawe agabu hin buluu Caccabseeti nyaata lafe hin hanbisuu Namni olla isaa halkan ciise…
Heart touching mother poems by Ahmed Ali Oromia HAADHA TOO. Yaa haadha too gudee, Akkam siif ha tahu, Galanni kee…
The 50th anniversary tribute celebration 1963 - 2013 held in the city of Toronto this past weekend on September 7,…
Gamteessaa Sabaatin Amjaajjota Yeroo hundaa abbaan maasaa ganama ganama midhaan ilaaluu maasaa dhaqa. Hennaa ilaaluu midhaan kama nyaatame arga. “Maalumatu…
Boorri waa jab na taphsiisee Seenaan isaa garaa ana raase Garmaamaf isatu nu kaase. Boora naa jabaadhu Nyaapha injifadhu Tokkicha…
Hawaasti Oromoo Gooticha Oromoo, Inj. Tasfahuun Camadaa fi Ilmaan Oromoo Ajjeefaman Yaadatan Posted by Tsegaye Hailu on 9/02/2013 Fulbaana 2, 2013 | Madda Oddu…