Aadaa

Silaa numan seeqaa garaat na dadhabee Akka fedha kiyyaan hundumaahuu dhabe..

Silaa numan seeqaa garaat na dadhabee Akka fedha kiyyaan hundumaahuu dhabe Dhiitee naaf bariitu guyyuu hiraarumaa Kalees booyaan turee har'as…

12 years ago

Ennee Ennolee

Ennee Ennolee Oromoon sitti wallaale. Dangaajallee fidaa Okkotees barbaadaa Akka hin nyaannee dangaaja marqite Akka hin dhiifnee itti carreessite. Sigabaan…

12 years ago

Mirga Qabduu Filadhaa

Mirga qabduu filadhaa Gamtaan ta’aa mormadhaa Jennaanuma lafaa kaane Saba keennaaf falmine Soba turraan shakkamne Hidhaattis darbamne Kaan hiitee hidhatti…

12 years ago

JECHOOTA GAMNAA

                                       …

12 years ago

Ilmi gootaa goota

Ilmi gootaa goota enyummaa isaa boonsaa Hidda isaatu hayyuu abbaaf abaaboonsaa Isaanirraa dhaale sabboonaan sabasaa Kanaaf Oromummaa waan hunduma dursa.…

12 years ago

Koollejiin Minisootaa,USA Afaan Oromoo Akka Barnootaatti Barsiisuuf Qophii Jirti

WASHINGTON,DC — Koollejjiin Teknikaa fi Ummataa (MCTC) Fulbaana 24,2013 jalqabee afaan addunyaa 12tti dabaltee Afaan Oromoollee akka barnootaa tokkootti barsiisuuf qophii…

12 years ago

My Minnesota: Oromo student takes part in unique show

When 14-year-old Hamdi Abdujalil first arrived in Minnesota in November 2009, he surveyed the bleak snow-covered landscape near his south Minneapolis home.…

12 years ago

Diina guyumaan qalu nama isaa Namomaan aleen wajji itti tumsaa

Akkana Aanaan irraan eegganne Maalumaa keeyssaa luqise onnee Diina guyumaan qalu nama isaa Namomaan aleen wajji itti tumsaa Mar'imaan darbbaafi…

12 years ago

Joohar Leencca kheenya jiraadhu ammalee

Rabbiin galatoosa mee durssee waa hallee Ayyuub nurraa fuudhee joohar nu kafelee Joohar Leencca kheenya jiraadhu ammalee Kha ilmmaan nafxxanyaa…

12 years ago

Nazaret dabra ziyon Addis ababa

Nazaret dabra ziyon Addis ababa Sa biyyan qabuu teenyati gaggabaa Abddis Ababaa moo abddii gaggaba Ta dhib barbbadaan ta qabu…

12 years ago