Aadaa

Malli maali Ayyoo Haadha koo yaa Harmee?!

Ayyoo Akkam jedhee waamu, jechan na rakkisaa Yoon itti yaadullee, wallaale waan isaa Yaanni naaf hin dhufuu, bay'ee na rakisaa…

12 years ago

Moromaa Hin Feesisu!!

Gaafiin teenya kurfo fedhiin teenya ifaa Wanni nu barbbaannu bilisummaa qofaa Wanni fedhe hafee isii arakannu quufa Wanii isiin achii…

12 years ago

Jalqabni waa maraa maquma Rabbiitii

Jalqabni waa maraa maquma Rabbiitii Alhamdulillah galanni kan isaati Kan nu jiraachisu baraa fi baratti Nagayaaf raahmanni Rassuula irratti Yoomuu…

12 years ago

Qophii bashannana Hawaasa Oromoo magaalaa guddittii biyya Noorweey OSLOO

Yaa Oromiyaa dhallii kee inni bahar achi cehe bashannanaa fii qananiin burraaqaa jiraa, inni kaan immoo mana hidhaa fii gabrummaa…

12 years ago

Iyya Dabarsaa!!

Kabajamtoota Lammii Oromoo Bakkuma jirtanitti nagaan keenya kan Waaqa garaa gurraachaa tokkicha maqaa dhibbaa isin haaqaqqabu.Yeroo garaagaraatti barruulee ‘SIIFSIIN’ jedhamuufi…

12 years ago

Ali Birra – the Universal Ambassador of the Oromo Language and Culture

Written by: Mekkonen Taddese Mekonnen Part One ----------------- Ali Birra is a virtuous creative singer. His melodies are rooted in…

12 years ago

Hanggaan fannafadhu lallabee si yaamee

Suma barbbaadata lafa meeqaan deemee Oduman siif iyyuu mataan na molaawee Arriin naan facaate dullomee goollaaawe Gaara dakhan jenne dachii…

12 years ago

OROMTICHA MOOTII SIRBAA

Sabboonaa Oromoo Alii Mahammad Muussaa Kabajamaa namaa abbaa hujii boonsaa Mee tamuma himeetin yaabo mee tam dhiisaa? Barreeffamteen-dhumtu seenaa fi…

12 years ago

Nama Hedduutti Sagantaa Dargaggootii Oromoo Ganna 50essoo Alii Birraa Sirba Itti Jalqabe Ulfeessuuf Qopheessaniif MN Yaahuutti Jira

Ganna 50essoo Ulfinna Sirba Alii Birraa Adoolessa 2, 2013, WASHINGTON, DC (VOA Afaan Oromoo) — Eeegee maqaa sirbaa itti baasan…

12 years ago

Akkaan yoo mirriysan malee

NAMNI BARREESSE:- DR/MOHAMMED RASHAAD ABDULLEE Akkaan yoo mirriysan malee yookkaan geyraran malee afaan guddaa dhabanii walle'ee weedduu malee yookkaan taphatan…

12 years ago