Ani Sh. Mahamd Rashaad akka khiyyatti akkaan isa laalutti khaznnaa Ilmmii Diinii dunyya, khaznnaa funuuna gurgguddaa, Deeraa ogooma waa heddu…
Du'a 3 aalimticha guddaa Haaji Zeeynuutiif jecha imimmaan keenyaahuu odoo hin qoorin Du'a sheekh Mohammed Rashaad lammada dhageenye.. Torbaan tokko…
We will be broadcasting the inaugural of Jaaraa Abba Gadaa foundation and memorial service live at: http://ustre.am/YJoF - check it…
Silaa addunyaan mana keenyaa mitii Manni dhugaa kan du'a boodaati Duuti waa hin haftu hundumatti dhufti Arra kunoo dhabne aalimticha…
Amantii isaa nama akkaan jaalatuu fi saba isaatiifis nama hadoodu ture. Qubee Afaan Oromoo laatiinirraa gara afaan keenyatti akka nuuf…
Dr Muhamed Rashad Kabir Abdule Mamaya Carcar gama Akhirat deeman Radio bbn Afaan Oromotin Biyat Itophi'a keeysat yeero jalqabaf qurana qulqulu…
Ummanni Oromoo hayyu guddaa, goota, abbaa qubee Afaan Oromoo, tafsiira/hiikkaa qur'ana Afaan Oromoo, Gaazeexeessaa yeroo duraatiif Raadiyoo Afaan Oromoo biyya…
Gadda, gammachuu, hiraa, cinqii dhalli Oromoo alaaf keessatti biyyoo itti dhalate keessatt halkaniif guyyaa dhandhaamaa jiru...kuusa galmee seenaa ka si…
Waa'ee og-barruulee Afaan Oromoo akka burqaa gola Oromiyaa mara keessaa finiinaa jiraanii? Yaadaafi hirmaannaa keessaniif galata guddaa qabna. These are…