Afaan Oromoo

ODUU DURDURII!! (Duudhaa kunuunfamuu qabu)

***************** Aadaafi duudhaa gabbataan hawaasa tokkoo osoo irraanfatamanii hinbadiin tooftaalee adda addaatiin dhalootaa dhalootatti akka darbu gochuun barbaachisaadha. Tooftaalee kanneen…

11 years ago

‪#‎Jechoota Beektotaa‬!!!

* Qabaadhu: ~ Jaalala onnee ~ Beekumsa sammuu ~ Obsa garaa ~ Dhugaa arrabaa ~ Ogummaa harkaa qabadhu! * Bara…

11 years ago

HUMNA BARREESSUU KEESSA JIRUUN GALAANA GUDDAA SOCHOOSUU DANDEENYA!!

Beekan Gulummaa Irranaa jedhama. Lixa Oromiyaatti dhalate. Barnoota digirii jalqabaa Yunivarsiitii Jimmaatti xumuree isumaan barsiisummaaf Yunivarsiitii Amboo seenee barsiisaa turuun…

11 years ago

Kana beektuu laataa?

Gadaa Boruutiin * Dubartii waa sagaliin horatu!~ Sadi gorsaan~ Sadi obsaan~ Sadi dhoksaan * Ilmi namaa haala jireenya isaatiin bakka…

11 years ago

~~MOOSINNI NI DABRA!~~

Abdii hin kutatin teessee hin hifatinHiraarteen cinqatin ustee hin rakkatinIfiin if eergartee Nama hin komatin!Osoo human qabduu odoo yeroon jirtuuKan…

11 years ago

JechootaHayyootaa‬!!­!

~ Hiyyeessa jechuun nama qarshii hiyyoome osoo hin taane, nama sammuu hiyyoomeedha!~ Beekaa jechuun nama dogoggora ufii ufitti beekee, irraa…

11 years ago

Garaaf jettee hin gowwoomin..

Hawwii Caalaa irraa | Waxabajjii 3, 2014 Garaaf jettee hin gowwoomin Qarshiif jettee hin gabroomin Dhugaaf du`i malee sobuuf hin…

12 years ago

Ka dhadhaa afaan kaayan dhagaa afaan nama kaaya

Bara beelaa sana Jireenyatu akkana: Mana worrasaanii Akaayiin midhaanii Corroqat aannani. Foon silaa hinjiruu Ambaashaatu coomaa Namuu walii 'niluu Darbatee…

12 years ago

Hayyoota Oromoo guutuu Pilaanetii ‘Lafa’ jedhamtu kanarra jiraattan maraaf!

  Qorannoon mata duree ''XIINXALA QULQULLINA BARREEFFAMA AFAAN OROMOO'' jedhu kun taajjabbiifi qeeqa magaalaa guddittii Oromiyaa Finfinnee marsanii jiran keessatti manneen…

12 years ago