Afaan Oromoo

Minishirii

Translation: Zelealem Aberra Tesfa Minishiri ulullee, O, Minishiri, a flute, at fingers touch, Yaa buttuu akka culullee Like a hawk you snatch…

12 years ago

Bilisa Baafna Lammii

Bilisa Baafna Lammii Bilisa baafna lammii Alagaan nutti kaate falmii Alagaan nyaaphaa falmitullee Gantumaaf maaf hin gallee? Gantuus amma galaa…

12 years ago

Uf ‘Yaa Bineensotaa…Qabsoo Dheeraa Booda!

Leellisaa Sabaa Ani maaluma godhu bineensota kana Eeboo maaliinan dugdashee waraanaa? Fala maaf dhabdanii maaloo yaa jaranaa Maafan ba'aa baadhee…

12 years ago

Gaafa Eenniyyoon Bayee Dhaabate

Gaafa eenniyyoon bayee dhaabate Leencatu fokkoree dhaadate. Gamnuma nuu kenne gooytan haqaa Goobanatu nu nyaate maqaa. Gobeellee dhaqee Diimaan dhaadatee…

12 years ago

AFAAN KEENYAAF AFAAN KEENYAAN HAA-KAANU

                                       …

12 years ago

KORBOO SHEEKKOTAA – 3

KORBOO SHEEKKOTAA - 3                                    Taammanaa Bitimaa irraa DURADUBBII Dubbiftoota barreeffata kanaa jaalatamoo fi kabajamoo, kanaan dura dhaamsa kanatti aanee jiru…

12 years ago

Noble Park woman secures over $50,000 in crowd-funding to help save an African language

Toltu Tufa has managed to raise over $50,000 to enable the printing of children's books to keep an African language…

12 years ago

BARRUULEE AFAAN OROMOO BEEKANIIN BARREEFFAMANIIFI GULAALAMAN TOKKO TOKKO

Kitaabonni kanaan dura Beekan Gulummaa Irranaa-tiin hanga ammaatti maxxanfamanii hawaasa Oromoo bira ga'an lakkoofsaan 19 dha. Kan barreeffamanii maxxanfamuuf qophaa'anii…

12 years ago

HUMNA BARREESSUU KEESSA JIRUUN GALAANA GUDDAA SOCHOOSUU DANDEENYA!!

Beekan Gulummaa Irranaa jedhama. Lixa Oromiyaatti dhalate. Barnoota digirii jalqabaa Yunivarsiitii Jimmaatti xumuree isumaan barsiisummaaf Yunivarsiitii Amboo seenee barsiisaa turuun…

12 years ago

KORBOO SHEEKKOTAA

                                 Taammanaa Bitimaa irraa DURADUBBII Dubbiftoota barreeffata kanaa jaalatamoo fi kabajamoo, kanaan dura dhaamsa kanatti aanee jiru isiniif dabarseen ture:…

12 years ago