Taammanaa Bitimaa irraa DURADUBBII Mee kunoo harra irraa jalqabeen mataduree "KORBOO SHEEKKOTAA", jedhamu kana jalatti sheekkota gaggabaaboo ("short stories") tan addaddaa…
Afaan Hamii Bare Utubaatti hasaasa ! Namichi Guyyaa Bofa arge halkan Gaaddidduu isaa dheesse! Waan Dabruuf maqaa hin dabarre hin…
The following is a press release from Afaan Publications. The clip shows the highlights from the Nov. 3,…
Beekan Gulummaa Irranaa-Oromiyaarraa | Onkololeessa 22, 2013 Ija guyyaa dhabee halkan keessa soorasaa kan funaannataa bulu waraabessi bineensa ijatti hintolle…
Gahe nuun ja'i yaa Rabbi! dadhabanne ammaa Waggaa meeqa guutuu oliif gadi deemaa Jiraachuu dadhabne jiruu baqattummaa Gooytaa nurraa guuti…
Zelealem Aberra Tesfa tiin Luucaan gaaddisashee cululuqaan gannaa Jaalalli irraa caamee, kan gubee xooxarse ergaramni bonaa Aggachuu dhadabee roorroo aduu…
Waraabessi olla hin tuquu Garuu yo beelawe agabu hin buluu Caccabseeti nyaata lafe hin hanbisuu Namni olla isaa halkan ciise…
Gamteessaa Sabaatin Amjaajjota Yeroo hundaa abbaan maasaa ganama ganama midhaan ilaaluu maasaa dhaqa. Hennaa ilaaluu midhaan kama nyaatame arga. “Maalumatu…
Silaa numan seeqaa garaat na dadhabee Akka fedha kiyyaan hundumaahuu dhabe Dhiitee naaf bariitu guyyuu hiraarumaa Kalees booyaan turee har'as…
Mirga qabduu filadhaa Gamtaan ta’aa mormadhaa Jennaanuma lafaa kaane Saba keennaaf falmine Soba turraan shakkamne Hidhaattis darbamne Kaan hiitee hidhatti…