Afaan Oromoo

Baasa baranaa: “Qubeen afaan Oromoo Lrraa eeguu qabdi jedhu”

https://youtu.be/sdQQ_jD2DS4 Jawaar Mohameed Gaafa barnoonni qubee Afaan Oromoo A irraa dhiisee L irraa eegaluufi jedhamu qoosaan se'ee ture. Jijjiirama guddaa…

9 years ago

Qabsoo afaan Oromoo qaroomsuu (bara 1881 – 1991)

Diinni (motummaan Habashaa) kallatiin sanyii uummata Oromoo lafa irraa duguuguuf milkaawu yeroo hanqateetti tarsiimoo afaan, aadaa, fi seenaa Oromoo ittiin…

9 years ago

Kan ifni kessanuu akkanaa dukkanti teessan akkamumaa?

Kan ifni kessanuu akkanaa dukkanti teessan akkamumaa? Beekaan keessan kunoo kanaa Barnoonni isaa hangasumaa? Ifni keessanuu cillimii Tan dukkanaa waan…

9 years ago

Harmeen iyyitee ; jajjabee iyyaafattee

  Teenyee hin ilaalluu; ka’I hin lollaa aabbee Dur yeroo abbaan koo qabu mootummaa Yeroo gadaan bulluu ; isa hundee…

9 years ago

QUBEE OROMOO FI DIINOTA ISAA

                                                                     Taammanaa Bitimaa irraa Qubeen Oromoo kun erga waggaalee 25 dura, bara 1991 keessa: hayyuuwwan, beektonni, dureewwanii, roogeyyii fi jajjabeewwan…

9 years ago

JECHOOTA GAMNAA KUTAA 10FFAA

Bakkisuuf baktii Callisuuf dhaltii Mala saree dhaltee diddee barbaadaa? Mala saree ollaa Tan nama taate faallaa *** Summii itti godhan…

9 years ago

NU HAA BARAARU!!!!

  Nu haa baraaru; Jedhee jechisiisaa Godhee goosisaa Kan afaan hammaatu Kan mataa jabaatu Hamiinis kan nama nyaatu!! Nu haa…

10 years ago

QOOSAA:- ADDA DURUMMAA DUREESSA TOKKOO

QOOSAA:- ADDA DURUMMAA DUREESSA TOKKOO Akkuma beekamu biyyoota guddatan fkn USA keessatti namoota qofaaf osoo hin taane beeyladoota akka fardaafis…

10 years ago

JECHOOTA GAMNAA KUTAA 10FFAA

Bakkisuuf baktii Callisuuf dhaltii Mala saree dhaltee diddee barbaadaa? *** Summii itti godhan ima nyaattii Nabseen illee waa boqattii Irraa…

10 years ago

JECHOOTA GAMNAA KUTAA 9FFAA

    DUBBII FI ABBAA DUBBII EESSA JALAA HOFFOLAN? Abbaan dubbii nu rakkisee maal nuuf eayya? Dhiyaa barii dubbimaan nutti…

10 years ago