Afaan Oromoo

Afaan Oromoo dhaa qilleensarraan dabarsuun – akkamitti jalqabee dagaage, eessa gahe, gram deemaa

T A Abdii tiin, Onkololeessa 7, 2015 (Barreeffamni kun yeroo duraatiif Oromiyaa Radio UK website’tti Inglishiin maxxanfame. Deebisaan afaan Oromo…

10 years ago

Children’s books breathe new life into Oromo language

The first publishing company to print children's books in the Oromo language, which is spoken in parts of Ethiopia, Kenya…

10 years ago

Oromo children’s books keep once-banned Ethiopian language alive

Melbourne woman Toltu Tufa launches publishing company to print teaching resources for Oromo, a language forbidden under Haile Selassie Toltu…

10 years ago

Walaloo Afaan Oromoo Leencaa fi Qeerransa

https://youtu.be/_qlX_hx662A

10 years ago

NUU ADDAAN HIN BAANU!

-------------------------------------------- Nuti ilmaan abbaa tokkootii Fagoo hanga dhihoottii Kaabaa kibbaarraa Hanga bahaaf lixaattii Nuti addaan hin baanuu Diinnii maaf nuu…

10 years ago

Nuu fi Isaan (Oromoo fi Koloneeffataa)

Atoo Sarbaa hin qabduu sarbaa millaa hin qabduu maaliin lafa dhiittaa yaa abbee? Atoo gamtaa hin qabduu gamtaa dhiiraa hin…

10 years ago

JECHOOTA BIYYOOTAA KUTAA 2FFAA

BY Barsiisaa Abdii Luuccee Qeerransa yaabbachuun deebi'anii irraa bu'uuf nama dhiba Chaaynoota • Dhiqan Kan hin qulqulloofne mataa harree qofa…

10 years ago

Dhaamsa Barreessitootaafi Dubbistoota Barruu Oromoo Maraaf!

  H O R A H A R S A D I I T T I !!- B I SH…

10 years ago

NUUF BAHI YAA BIIFTUU!

Yaa biiftuu yaa ifa ummataa Dukkana maaf tahe Carraan Oromootaa? Ifnikee hangahee Bakkayyuu wal gahee Namayyuuf bahee Addunyaa naannahee Nutti…

10 years ago