Oduu Oromiyaa

‪#‎OromoProtests‬ cruelty of TPLF against Haromaya University students in the last 24 hour.

After taking them out of their dormitories last night, the soldiers made them sit in a field in the dark…

10 years ago

Reeffi baqattoota lammiilee Itoophiyaa 122 ta’u naannoo galaana diimaa (Sanag) tti argamuu isaa (Horse media) gabaaseera.

Baqattoonni kunniin ka'umsa isaanii Somaliland taasisuun gara Yemenii fi biyyoota adda addaa kan imalaa turan baqattoota Itoophiyaa fi Somaliland balaa…

10 years ago

Barattoonnifi qonnaan bultoonni Haroomaayaa dhibbaatamaan lakkaayaman mana hidhaa Addeellee fii Hammarreessaatti guuramaa jiru

‪OromoProtests‬ ALERT Haromaya: Hundreds of students and farmers are being taken to Adele Military camp. Remember Adele and Hamaressa military…

10 years ago

Mormii Barattootaa Yunivarsitiilee Haramaayaa fi Jimmaa Marsaa Ka Biraa

Mormii barattootaa Yunivarsitii Haramaaya Qoodi WASHINGTON, DC — VOAMormiin barattootaa gara baatiilee lamaaf Oromiyaa keessatti geggeessamaa ture, gidduu kana Yunivarsitiilee…

10 years ago

‪#‎OromoProtests‬ at Hidhabu Abote ( Salale/ North Shawa) the regime brought elders to ask students to stop protesting.

However the students reaffirmed they will continue protesting until Oromo people's demands are met, those arrested are released, soldiers leave…

10 years ago

Ilmaan Oromoo dhalootaan naannoo Jimmaa taatan maraaf!

(Waamicha kana hatattamaan walii raabsaa, keessumattuu warri gara Jimmaa) Waamicha seenaan isinii dhiheessaa jirtu jalaa yeroodhaan owwaadhaa! (Boruu Barraaqaatiin) Oromiyaan…

10 years ago

QINDEESSAA MUZIIQAA; ‪IBRAAHIM_SAID‬ MOOTUMMAA WAYYAANEETIIN RAKKOO IRRA JIRA:

  ‪#‎Oromoprotests‬, Amajjii, 2016 ('Share' godhuun dabarsuun deeggarsa oromummaati) Maqaan isaa Ibraahim Sa'iid jedhama. Qindeessaa muziiqaati. Namni oromoo tahe baayyeen…

10 years ago