#Amajjii 11,2016 ======== Godinaa Wallagga Lixaa anaa Jaarsoottii qondaaltonnii OPDO wal shakkii cimaa keessaa seenuun walgahii galgalaa taa’uun kaabinoonni hundi…
Nuyi Barattootni Oromoo Yuunivarsiitii Madda Walaabuu halkan edaa yeroo sadaffaaf diddaa itti fufnee jirra. Halkan darbe kana humni waraanaa…
Oromo Evangelical Church of Edmonton Waldaa Hawwaasa Oromoo Edmonton
Hubachiisa!! Akkuma beekamu Oromoon gamtaadhaafi tokkummaan FDG gaggeessaara. Kunis qabsoon ummattin keenyaa gaggeessa jiru gara gulantaa haaraatti ceesiseera. Amantaan, lagaan,…
Waan namni hundi erga waggaa 25 ti sodatee bira deemaa ture ilmi Oromoo kun akkatti sodaa tokko malee dhugaa jirtu…
Reports reveal one of those killed is a person in charge of the ongoing military operation in Western Oromia. Trying…
VOA Akka bulchootii Somaaliilaandi jedhanitti bidiruun kana, Ammajii 7,2016 Somaalee gama Kaabaatti qabanii silaa naannoo Gulfitti godaanuutti jiran. Somaaliilanditti bulchaan…