Oduu Oromiyaa

Koreen Mirga Gaazexeessitotaa (CPJ) Akka Itoophiyaan Gaazexeessaa Fiqaadu Mirkanaa Hiiktu Gaafatte

WASHINGTON, DC —  VOA Keenyaa Kaaba Bahaa naannoo Mandheeraatti kaleessa dhukaasa konkolaataa geejjibaa irratti Alshabaab dhukaase jedhameen lubbuun nama lamaa…

10 years ago

Gaazexaan al-anbaa’a ja’amu hiriira fi mormii baqattoonni Oromoo biyya Masrii keeysa jiraatan mootummaa wayyaane irratti gad-geeysan irraa gabaasa bal’aa gabaase..

Gabaasa suraan deggarame kana irratti barattonni Oromo guutuu biyyaa keeysatti FDG mootummaa wayyaane irratti gad-geeysaa jiraachu isaanii ibsee biyyaToophiyaa jechuun…

10 years ago

Corporation Cancels Bid for Dire Dawa Industrial Park

http://addisfortune.net/ The Industrial Parks Development Corporation (IPDC) has cancelled a highly anticipated but tightly fought bid for the design and…

10 years ago

Hawaasni Oromoo biyya Ugandaa(O.C.U)guyyaa har’aa Muddee 20,2015 magaalaa kampaalaatti wal gahuun tarkaanfii…

#OromoProtests Hawaasni Oromoo biyyoota garaa garaa Muddee 10,2015 irraa eegalee hiriira mormii ajjeechaa fi mastar pilaanii mootummaa wayyaanee balaaleefachaa jiru.…

10 years ago