#oromoprotests Garaan ji.aa 9 sii baadhe anaaf ragaadha.....waggaa dheraf harmaa sii hosise anaaf waabiidha...bishaaniif nyaata sii kennuun ofii kiyyaa dheebuuf…
Alaabaa Adda Bilisummaa Oromoo Ol qabanii Mormii Cimaa dhagesisaa Jiru Awadaay Diree Waraanaa Fakkatti.
Oduu Ho'aa Ammaa; Muddee 16 Bara 2015 Godina Iluu Abbaa Booraati Baratootin Mana Barumsaa Qophaahina Sadarkaa 2ffaa Abdii Borii…
Labsiin doorsisuu kaleessa galgala baafte diddaafi murannoo Oromootaatin kan simatame Wayyaaneen, ammas kijiba biraatin as baate. Kunis 'biiroon Maastar…
Mormii Harargee Lixaa, Magaalaa Asaboot
=========== Tun joollee kaleessaa Wayyaaneen Awwadaay keessatti fixxeedha
Doktoroonnifi narsoonni Hospitaala Adaamaa Maastar Pilaanii fi ajjeechaa Oromorratti raaw'ataa jiru morman
Magaalaa Awwaday keessatti hiriirtoonni daandiin cufuun goommaa karaarratti gubuun hiriira isaanii finiinsaa oolan. Kanumaan wali qabatee Mormii Awwaday keessatti ka'e…