Oduu Oromiyaa

Mormii maastar pilaanii Finfinneetiin wal qabatee hiriira mormii godina Wallagga Lixaa aanaa Mandii keessatti geggeeffameen, haga ammaatti namoonni sadii rasaasaan rukutamuu isaanii himame.

OMN: Halli ammaan kana magaalaa Mandii keessatti muldhataa jiru gar-malee yaaddessaa ta’uu jiraattonni dubbatan. Labsii qindaawaa magaalota Oromiyaa jechuun Caffee…

10 years ago

Poolisoonni Oromiyaa mormii barattoonni kaleessa gaggeessan irratti hubaatii tokko akka hin geessisne himame

Diddaa qeerroon biyyaa kutaalee magaalota Oromiyaa adda addaa keessatti kaleessa taasisaa oolan irratti humni tikaa tokkolleen ijoollee hiriira nagaa bahan…

10 years ago

Hiriira Barattoota Oromiyaa Keessaa fi Deebii Mootummaa

Torban tokko duraa jalqabee, hiriirri barattootaa, Shawaa Lixaa magaalaa Giincii keessatti geggeessame, hidhamuu namoota hedduu dhaqqabsiise – jedhu – jiraattonni…

10 years ago

Godina Lixa Wallagga Ijoolleen Oromoo ukkaamfaman

Godina Lixa Wallagga Ona Ganjii irraa dargaggootni Oromoo barreessaa kitaaba UDDEELLAA, Galataa Caalaa Baayisaa akkasumas obboleessa isaa Qadiidaa Caalaa Baay’isaa…

10 years ago

Walaloo Afaan Oromoo Gaafa Handaraafaa

https://youtu.be/mo3CKHiPJ0U

10 years ago

Umamaan Ummatnii Oromoo tokko ta’ee Uumamee,tokko ta’uun isaas ni beekamaa

Umamaan Ummatnii Oromoo tokko ta'ee Uumamee,tokko ta'uun isaas ni beekamaa.Afaan isaa tokko,Seenan,Dudhaan,safuun,fudhaa fi heerrumnii,teessumnii lafaa Nannoo oromiyaa jedhemee fi Ittiin…

10 years ago

Baacoo:Abbaa Tureetif Dhaloota Qubee:Kutaa 1

Jaarsi Suuraa kanarratti agartan kun ‪#‎AbbaaTuree‬ jedhama. Umuriin isa wagga #100 ol jedhamet himama. Dhihoo kana osoo karaa deemu OPDO…

10 years ago

DHAAMSA ARTIST FALMATAA ROORROO.

Maqaan isaa kan dhalootaa Mahammad Muussaa Roobaati, maqaan ittiin beekkamu ammoo Falmataa Roorroo'ti. Falmataan, Baha oromiyaa, ona Ituu, aanaa Mi'eessoo,…

10 years ago

Thirty years of talking about famine in Ethiopia – why’s nothing changed?

http://www.bbc.co.uk/ "There will not be famine of any sort, let alone anything remotely like the magnitude of that of 1984,"…

10 years ago