Oduu Oromiyaa

Jawaar Mohamed: “Oromoo nama na qeequuf jettanii wal hin fixina”

https://www.youtube.com/watch?v=YRBQz60ow3c "Warra miidiyaa hawaasaarratti na arrabsu dura hin dhaabbatinaa. Ana ittisuu dhiisaa. Ani yaada koo dhiyeessa. Warri naan mormuus, na…

4 years ago

Gorsa Hanbaa hin qabne

https://www.youtube.com/watch?v=cTOaljsjSNc Dhiirti haqaa akkatti dirree baaftee dhugaa jiru lafa keessi.Karaa Oromoon irra deemuun barbaachisu ummatatti garsiifti.Dargaan gola keessatti dahattee odoo…

4 years ago

Ibsa Gamtaa Paartilee Mormitootaa Irraa Kenname

Adeemsa raawwii marii biyyaalessaa ilaalchisee garaagarummaa yaadaa mootummaa fi qaamolee dhimmi ilaallatu gidduu jiru ilaalcha keessa galchuudhaan, yaadaa fi tarsiimoo…

4 years ago

Manni maree paartilee mormituu (caucus) hundeeffame.

Oduu Ubuntu Amajji 28 bara 2014 Paartileen siyaasaa mormituu 10 ta'an adeemsa fooramii marii biyyaalessaa irratti komii bu'uuraa qabna jedhan.…

4 years ago

“Oromiyaan Guantanamo taatee jirti”

https://www.youtube.com/watch?v=UVU-_29RdjE OMN: Imala Galatoomaa Jawaar Mahommad, Fürth, Jerman ( waxabajjii 04 , 2022)

4 years ago

Mootummaan Tigraay mootummaa Federaalaa wajjiin dhoksaan marii taasisaa akka jiru gabaafame.

Akka Sudan Post gabaasetti mootummaa Federaalaa fi Adda Bilisummaa Ummata Tigraay kan Tigraay bulchu jidduutti xalayaa nagaa wal jijjiiruun dhoksaan…

4 years ago

Hogganoonni paartilee siyaasaa Toophiyaa 5 fi bakka bu’aan Ameerikaa maryachuun dhagayame.

Mariin kun marii biyyaalessaa fi haala Itoophiyaan amma irratti argamtu irratti kan xiyyeeffate jedhame. Mariin hooggansi paartilee siyaasaa Itoophiyaa 5…

4 years ago

Duulli naannoo Amaara keessatti gaggeefamaa jiru hangam nageenya biyyaaf yaaddessa?

Wiixata darbe aanga'onni naannoo Amaaraa ibsa kennaniin duula olaantummaa seeraa kabachiisuu gaggeefamaa jiruun namootni 4500 ol ta'an hidhamuu beeksisaniiru. Duulli…

4 years ago