Oduu Oromiyaa

Oduu Battalaa:Ogeessi Olaanaa Jila Oromiyaa Gane

(Oromedia, 12 Fulbaana 2015) Ogeessi olaanaa jila Pirezidaantii Oromiyaatiin durfamee waliin Western Australia daawáchaa ture Fulbaana 12 bara 2015 Itoophiyaatti…

10 years ago

Obolewwan keenyaa Kofallerra Mana hidha Shaashamannatti Argaman giduun isaan 19 guyaa hardhaa hiikaman .

ODUU GAMACHIISA !!!   Raadiyoo Daandii Haqaatiin Sambata Fuulbana 1 / 2008 Musliimootni Kofalee irraa Hiidhaman gidduu nammooni 19 lakkifamuf…

10 years ago

Mootummaan Waggaa haaraya sababeeffachuudhaan Obboleewwan keenya 6 akka hiikkaman murteessee jira.

Raadiyoo Daandii Haqaa - RDH Obboleewwan Koreewwan keenya wajjiin Amantii Da'oo taasifatuun Himannaa Dharaa Mootummaa Islaamaa dhaabuuf sochootanii jirtu jechuun…

10 years ago

WAAMICHA WALGAHII MISEENSOTA „WALDAA HAWAASA OROMOO AWUROOPAA (WHOA)/ OROMO COMMUNITY ASSOCIATION IN EUROPE (OCAE)” e.V. (Inc.)

Frankfurt am Main, Fulbaana (September) 10, 2015   Kabajammo Ilmaan Oromoo Ardii Awuroopaa kessatti argamtan maraaf, Walgahiin miseensoota WHOA/OCAE e.V.…

10 years ago

Welcome to Oromo St in Minisota, USA

(Advocacy4Oromia, 11 September 2015) Minnesota Oromos get their very own street under their community’s name-Oromo Street, today, 11 of September…

10 years ago

BBCiin Afaan Oromootiif bakka kennaa laataa?

Ferhan Abdulselam Guyyaa arraa, ganama saa’aa 11:30’tti BBC’n gabaasa sududaa marsaa isaanii irratti maxxanse akki jedhu, “Tajaajila oduu biyya Toophiyaatti…

10 years ago

Oromo Refugee Appeal in Indonesia

https://youtu.be/kDBuwflRSl8

10 years ago