Oduu Oromiyaa

Murtee fi ijjannoo hooggana olaanaa Adda Bilisummaa Oromoo

Hoogganni olaanaa Adda Bilisummaa Oromoo eega jaarmiyaleen siyaasa Oromoo tokkummaa fi walitti baqiinsa injifannoon xumuratanii booda, teessuma idilee jalqabaa gaafa…

10 years ago

Oduu gaddaa; Sheekh Haamid Bookhe Aakhiraman

Innaa lillaahi wa innaa ileyhi raaji'uun Sheekh Haamid Bookhe Sheekha kabajamaa fi jaalatamaa Sheekkotan gurguddoo Carcar qabu keessa tokkoo gara…

10 years ago

Oduu Gaddaa

Hegeree Oromiyaatiin waxabajjii 28/2015 Aaddee Bilqiisaa Ibrahim Ali waxabajjii 27/2015 du'aan Addunyaa kanarraa boqatte jirti. Aaddee Bilqisaa Ibraahim Godina Baalee…

10 years ago

Hawaasni Oromoo Keenyaa Basaasoota Saaxile

(Oromedia, 22 Waxabajjii 2015) Hawaasa Oromoo biyya isaanii Oromiyaa irraa baqatanii Keeniyaa keessa baqattummaan jiraatan irratti shirri aggaammatame akka fashale…

10 years ago

Labsa Koree Jila Qopheessituu ABO Irraa

OROMO LIBERATION FRONT Adda Bilisummaa Oromo Oromo Liberation Front Laakkoo abo-045-2015 Ref.No : olf-045-2015 Guyyaa : Waxab. 22 , 2015…

10 years ago

Oromo-Americans Held Human Rights Rally at the White House, State Department Oromo-Americans Held Human Rights Rally at the White House, State Department

(Oromo Press) — Happening on the heels of massive rights abuses, including massacre of students and civilians,  evictions of million of Oromo…

10 years ago

Aaddee Aaliyaa Mussaa Ibraahim (Haati Aanaa ) waxabajjii 17/2015 Du’aan Addunyaa kanarraa boqatee jirti.

Oduu Gaddaa : waxabajjii 17/2015 Hegeree Oromiyaatiin Aaddee Aaliyaa Mussaa Baqattummaan Magaalaa Cairo biyya Misraa keysatti jiraachaa kan jirtu hoggaa…

10 years ago

“Kaayyoon qabsoo Bilisummaa Oromoo abbaa biyyummaa Oromoo mirkaneessuu dha,” jedha Ittaanaa Hayyudureen ABO, Ob Bultum Biyyoo.

Gaaffii fi Deebii Ittaanaa Hayyuduree  ABO, Obboo Bultum Biyyoo, waliin Oromeidan taasise, Kutaa tokkoffaa

10 years ago

Kabajammo Ilmaan Oromoo Awuroopaa kessatti argamtan maraaf

WAAMICHA WALGAHII MISEENSOTA „WALDAA HAWAASA OROMOO AWUROOPAA (WHOA)/ OROMO COMMUNITY ASSOCIATION IN EUROPE (OCAE) Waxabajjii (June) 15, 2015 Kabajammo Ilmaan…

10 years ago