ADDA BILISUMMAA OROMOO OROMO LIBERATION FRONT اورومـوحـرير اجبهۃ Gaafa: Sadaasa/04/2014 Lakk.:008/2014 Date: Nov/04/2014 No.: 008/2014 رقم Ibsa ABO jijjiramaa irraa…
# BecauseIAmOromo Daraartuu Abdataa Jedhamti barattuu Yuuniversitii Dirree Dawaatti Hooggantuu Gumii Afaan,Aadaa,see naa Oromoo turte.erga sochii baratoota gaaffii mirga abbaa…
Hawaasa Oromoo biyyaa masrii Jirtan hundii keesan dhaamsii nu dhaqqabee jiruu, namnii maqaan isaa MAGARSAA MOHAMED Jedhamu (Nama biyyaa tanatti…
ODUU GADDAA, Guyyaa Arraa kana Magaalaa Sana'a Keesatti Baqataan Oromoo Tokko maqaansaa, ABDUNASIR SUFIYAN HUSSEN, kanja'amu Sababii Ji'a kudhan dura…
As amnesty international reported last month, between 2011 and 2014, at least 5000 Oromos have been arrested based on their…
Imaltoonni makiinaa daandii guddaa Maryland, Amerika yeroo tasa xalayaan doolaaraa dhugatti samii keessaa gad roobu argan ija saanii amanuu…
Gaaafiif deebisa RBO kan garee ADO biyya dhaquu Dr. Diimaa Nagoo laalchisee waliin taasise...eeeeeeeeeeeeeee
28.10.2014 Jaallannee Gammadaa Gareen mirga dhalaf falmu ka sadarkaa Addunyaa AMNESTY INTERNATIONAL Itiyoophiyaan, saba biyyattii keessatti keessatti guddaa tahee…
Hegeree Oromiyaa Hiriira Mormii baqattottonni Oromoo kaayroo jiraatan Habashotaa fii Embaasii Ethiopia tiif qaban agarsiisuuf Onkololeysa 28/2014 fuula UNHCR Kaayroo duratti gadgeysa…
Hegeree Oromiyaatiin Hiriira yeroo ammaa Mormii Habshotaa fii Embaassii Ethiopia Kaayroo rratti Baqattota Oromoo fuula UNHCR Duratti Onkololeysa 28/2014 baayyinaan raawwachaa…