Oduu Oromiyaa

Baqattonni garagaraa walitti dhufan 189 Magaalaa Iskandariyyaa Dammee Polisii Aamiriyaa ja,amtuu keysatti hidhaa jiraachuun isaanii bekkamee jira

:Gabaasa dhaabbanni mirga dhala namaa masrii baaserraa akka hubachuun dandeyametti , warreen qabamanii Polisii harkatti hidhaa jiran hundi isaanii Baqattummaan…

11 years ago

To the UNCR Head Office in Geneva: Oromo Refugees Kidnapped from Djibouti

  Dear Madam/Sir, the Oromo Human Rights and Relief Organisation known as “Oromo Menschenrechts und Hilfsorganisation “OMRHO e.V. in German…

11 years ago

Gaaddiidduu Jaaramayaa Farra Sabboonummaa Oromoo (kutaa shanaffaa)

(Xannacha Keeysaa Kan Qabsoo Bilisummaa Oromoo ABOn Hogganamtu Quucarse) 7. Dhaabbii Galaasaa Dhimma Shororkeessuummaa irratti Akkummaa beekkamuu Bin Laden bara…

11 years ago

Irra Deddeebi’anii Himaniif Sobi Dhugaa Hin Ta’u (Sirreessa Gaaffii fi Deebii Obbo Daawud Ibsaa)

Adoolessaa 2014 Labsa Waxabajjii 28, 2014 baasaniin, dhaabotni SHG-ABO fi QC-ABO “jedhamuun beekamaa turre gargarummaa nu gidduu jiru furannee, dhaabicha…

11 years ago

Akkuma barame akka aadaa isaa korii Bashannana ABO Amerika Kaabaa kan bara 2014 milkiin xumurame jedhu

Korri Gamtaa Miseensota Adda Bilisummaa Oromoo fi akkasumas kan Hawaasaa Hagayya 6 hanga Hagayya 9tti Magaalalee Lakku (Minneapolis fi Saint Paul)…

11 years ago

HUMNA BARREESSUU KEESSA JIRUUN GALAANA GUDDAA SOCHOOSUU DANDEENYA!!

Beekan Gulummaa Irranaa jedhama. Lixa Oromiyaatti dhalate. Barnoota digirii jalqabaa Yunivarsiitii Jimmaatti xumuree isumaan barsiisummaaf Yunivarsiitii Amboo seenee barsiisaa turuun…

11 years ago

Dur Kilaashii baadheen diinatti qaxxisa, amma CILEE gubeen ilmakoo guddisa..

Dur Kilaashii baadheen diinatti qaxxisa, amma CILEE gubeen ilmakoo guddisa, humnikoo nadhumtee laaftee mogoleenkoo, osoodhuman jooruu fagaatte barrikoo, ganna kudha…

11 years ago

Kana beektuu laataa?

Gadaa Boruutiin * Dubartii waa sagaliin horatu!~ Sadi gorsaan~ Sadi obsaan~ Sadi dhoksaan * Ilmi namaa haala jireenya isaatiin bakka…

11 years ago

Biyya Misraa Magaalaa Cairo keysatti warra Akhwaan Al-Muslimuuna fii Waraana Motummaa gidutti jeequmsa Umameen Namni 5 du`ee namni 70 madaawee jira.

Hagayya 14/2014 magaalaa Cairo keysatti Warri bara dheengadda Aangorra arihataman "Akhwaan Al-Muslimuun " Dhumaatii Raabia Al-Adawiyya fi Medaan Al-Nahadaa "yaadachuuf…

11 years ago