Oduu Oromiyaa

አባ ዱላና ከንቲባ ድሪባ የቁም እስረኛ ሆኑ፣ ፓስፖርታቸው ተቀማ

አባ ዱላ ገመዳና የአዲስ አበባ ከንቲባ ድሪባ ኩማ ፓስፖርታቸውን ተነጥቀው የቁም እስረኞች መሆናቸው ከተለያዩ ምንጮች እየወጡ ያሉ መረጃዎች አመልከተዋል። የጎልጉል ምንጮች…

12 years ago

Wayyaaneen ergamtoota isii lama paasporti harka fudhatte

Gabaasni Abbaa Duulaatifi Dirribaa Kumaatirraa paasportii fudhachuu kun, Wayyaanen duula Oromoo ukkamsuuf gootu kan marsaa lammataa eegaluu dhawwaaqa. Duula kana…

12 years ago

‪#‎oromoprotests‬, Dararamuun Ummata keenyaa haa dhaabbatu!

 ‪#‎Kellem‬Wollega Zone, Lalo Kile WoredaGuyyaa har’aa (03/06/2014) ganama keessaa yeroo 9:30AM irratti oromiyaa poolisiin aanaa Laaloo Qilee irraa hojjetan daldalaa…

12 years ago

Waamicha Tokkummaa Gurmuu Qabsaawoota Oromoo

ADDA BILISUMMAA OROMOO   Haalli  yeroo  ammaa  oromoo  fioromiyaankeessajiru,yeroo  kamuu  caalaa  diinni bitaa  fimirgaan   ummata   oromoo  irratti  duuluudhaan,   egeree  sabaaf…

12 years ago

Dhalootni Qubee bu’aa QBO ti malee kan polotikaan gosaa dhalchee miti

  Abdii Boruutiin   Yeroo hunda, dhimmi uummata Oromoo ykn waayeen qabsoo bilisummaa isaa yoo ka’u, Habashootni, waan kana busheessuuf…

12 years ago

#OromoProtests in Aden, Yemen; in Nebraska, USA

#OromoProtests in Aden Republic of Yemen On 10 May 2014 A Somali speaks at #OromoProtests in Nebraska

12 years ago

Hoogganoota ABO Maraafi

   Seenaa Bu’uresitootaa, Hogganootaa, qondaalotaa,  miseensota ABO fii Dhaaba ABO baraaruudhaan tokkummaa qabsaawota ummanni keenya lallabuufi arra yoo hindhugoomisine yoom…

12 years ago

“የ መለስ ዜናዊ ሚስጥሮች …..በተስፋዬ ገ/አብ” – Tesfaye G.Ab

በየእለቱ አዳዲስ ዜናዎች እንሰማለን። ለአብነት “ስዩም መስፍን በቻይና የኢትዮጵያ አምባሳደር ሆነ” የሚለው ተራ ዜና ነበር። “ስዩም ተወረወረ” ብለን ያመንንም ነበርን።…

12 years ago

Seenaa waggaa 3000 fajaja waggaa kuma sadii bu’aa muudama badii

Birhanu M Lenjiso`s Socio-Political Reflections and Deflections Seenaa waggaa 3000 fajaja waggaa kuma sadii bu’aa muudama badii ....................................... lolaaf beellamatanii…

12 years ago

Waamicha Hiriira Mormii Haawaasa Oromoo Awroopaa Maraaf Brussels, Belgium

Waa’ee Qotee bultoota Oromoo handhuura Oromiyaa irra buqqisuu, qabeenya isa saamuu, ajechaa fi hidhaa barattoota Oromoo irra gahaa jiru mormachuuf…

12 years ago