Oduu Oromiyaa

TPLF Terror regime in Ethiopia – VOA Afaan Oromo and Amharic

Listen to interviews with local people -  VOA Afaan Oromoo Caamsaa 30, 2014 VOA – Amharic on May 30, 2014 Interview…

12 years ago

Hiriira guyyaa 28.05.2014 magaala Barliinitt​i ta`e – dhaddannoo keenyaa-“W​e have our dead, you have your party”

  Qeeqannaa ayyaana waggaa 23`ffaa TPLF/EPRDF erga Oromiyaa qabate ilaalchisee Lammii keenya nagaan haa gayuu Ayyaana Wayyaaneen waggaa 23`ffaa erga…

12 years ago

OMN Fund Raising and Community Discussion

Johannesburg, South AfricaJune 15, 2014

12 years ago

Bilisummaa Oromoo fi Walabummaa Oromiyaatiif Godinaaleen Oromiyaa biroo GAMTAA fi TOKKUMMAA AMBOO barachuu qabun jedha

AMBOO KOO Asiimbaa fi Dadabiit Oromiyaa!!!! Akkuma armaan olitti ibsuuf yaaletti OPDO'n waggoota 23'n dura haleellaa sirna nafxanyaa ofirraa faccisuuf…

12 years ago

MAAL KOLFA DHALOONNI ?

Yommuun wal bira qabee Yaadaan taajjabee ilaalu, Kolfi dargaggoo ammaa Kan beera durii hin caalu. Berri durii yommuu kolfitu:qas..qas..qaaaaaas..qas.. Dargaggeessi…

12 years ago

Haala yeroo ammaa irratti hubannoo waldaa Hawaasa Oromoo magaalaa Wellington (New Zealand) fi waamicha Oromummaa

Waldaa Hawaasa Oromoo Wellington, New Zealand | Caamsaa 29, 2014 Nuti Oromoonni biyya New Zealand magaalaa Wellington jiraannu biyyaa fi mirga…

12 years ago

Walgahii ummataa

OFC :Call To All Oromo Minnesota : WAAMICHAA UMMATAA OROMOO MARAAF GALMAA HAWAASSA OROMOO MINNESOTA ITII GUYAAN JUNE 15/2014 SA'AA…

12 years ago

Yuuniversitii Haromayaa har’aa nyaata lagachuun mormii isaanii dhageessifataa oolan

 Haromaayaa. Guyyaa Ayyaana Wayyaanee Caamsaa 20 jechuun kabajamu mormuun barattooti Oromoo Yuuniversitii Haromayaa har’aa nyaata lagachuun mormii isaanii dhageessifataa oolan.…

12 years ago

Tokko hundaaf, hunddis tokkoof jenne wal haa tiksinnu..

Oduu dhangala'a fi hubachiisa. Kutaa lamaffaa. ‪#‎OromoProtestsInjustice‬Hardha GUYYAAN Caamsaa 27, 6408ALO, Caamsaa 27, 2014ALA fi Caamsaa 19,2006 ALH Torban darbe waayyee leenjii basaasoota…

12 years ago

DHUBBUSTTU MALEE BIRAA HIN KUTIIN!! SHARE WALII DABARSAA MAALO!!

DHUBBUSTTU MALEE BIRAA HIN KUTIIN!! SHARE WALII DABARSAA MAALO!! BREAKING NEWS!! YAA OROMOO HUBADHA HUBACHISAA MALOO!! NAMTICHII SURAA ASI ARGAA…

12 years ago