Oduu Oromiyaa

Breaking News: Wallagga Gimbii Keessatti Diddaan Wayyaanee fi Ergamtoota Wayyaanee Irratti Ka’e Jabaatee Itti Fufe

Magaalaa Gimbii Keessatti mormii guddaatu adeemsifamaa jira. Humni waraanaa uummata to’achuu hin dandeenye. Miidhamtoonni hedduun hospitaala seenanii jiru daqiiqaa muraasa…

12 years ago

Dhugaan Oromoon Keessa jiru kunooti.

By Hawi Olani Kesesa Yeroo ammaa kana ilmaan Oromoo maal keessan jiru yoo jennee gaafanneef namoonni addaa addaa deebii heedduu kennuu…

12 years ago

Gaafa caamsa 9/2014 hawaasni oromoo biyyaa swedenmagaala stockholm keessatti hiriirra guddaa gaggeessan.

May 9,2014 Stockholm,Sweden   Gaafa caamsa 9/2014 hawaasni oromoo biyyaa swedenmagaala stockholm keessatti hiriirra guddaa   gaggeessan.   Hiriira   kana   irratti   gochaa …

12 years ago

Demonstration Held In Support Of Oromo Students In Ethiopia

The Oromo Community in South Dakota held a demonstration in downtown Sioux Falls Friday morning.          The group joined thousands of…

12 years ago

Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Caamsaa 9, 2014 Ummatni Oromoo fi dargaggootni Oromoo addatti ammo barattootnii University, Kolejotaa fi Manneen barnootaa sadarkaa tokkoffaa fi Lammaffaa…

12 years ago

Hiriira Mormii Hawaasa Oromoo Biyya Suwiidin Kan Magaala Goteborg fii Skaaraa

Hawaasni Oromoo biyya Suwiidin kan naannoo magaalaa gudditti lammaffaa biiyya Suwiidin  Goteborg jiraatuu fii naannoo  isiitti argaman guyyaa har'aa jummata…

12 years ago

Hiriirri guddaan tokko har’a Lammiiwwan Oromootiin as Washington DC fi naannoo addunyaa keessatti geggeessamee jira.

WASHINGTON, DC — Hiriirri kun magaalaa Finfinnee magaalottii naannoo jiran kan Oromiyaa waliin wal qabsiisuuf master palan qopahaa’ee mormuu dhaan barattootaa…

12 years ago

Marii hawaasni Oromoo biyya Yaman waliin godhame.

[gallery ids="4842,4841"] Walgayii Guyyaa Arraa Kominiitiin Tokkummaa Baqattoota Oromoo Yaman, Hawaasa Baqattoota Hawaasa Oromoo Yaman Waliin, Yaman Sana'aa Keesatti Diddaa…

12 years ago

Minnesota connections with kidnapped Nigerian schoolgirls, protesting Oromo college students

The Oromo students' plight strikes particularly close to home for the Oromo immigrant community in Minnesota. The Oromo Community of…

12 years ago