Oduu Oromiyaa

WAAMICHA HIRIIRA NAGAYAA DHALAATOOTA OROMOO NANNOO FINFINNEE JIRAATANIIF

Mormii Hiriira Nagayaa Gudda Guyyaa Boruu Dilbataa - Ebla 26-2006. Iddoon Ka'umsaa Finfinnee Naannoo Qabbanaa Kottaa Ti !! Ajjechaa Ijoolle…

12 years ago

Yaa Oromoo gahee kee bahi, uumata guddaa Oromoo waami, guyyaan boruu guyya inijifannooti.

Can't Sleep<<<Dammaqi Oromoo>>>____Guyyaa Boruu ____Yeroo amma kana uummata dammaksaatti jiru, sa'aa tokkoof eegachaatti jirra _Qeerroo _Proud @ Ambo, Ayiraa, Mandii,…

12 years ago

POOLISIIN FEDERAALAA FI POOLISIIN OROMIYAA WAL HUDHUUF MORMA WAL QABDEETTI JEDHAMA

POOLISIIN FEDERAALAA FI POOLISIIN OROMIYAA WAL HUDHUUF MORMA WAL QABDEETTI JEDHAMA.POOLISIIN FEDERAALAA BARATTOOTA OROMOO BAKKAYYUU AJJEESAAFI HIDHAA JIRU. Akkuma Magaalaa…

12 years ago

Godina Lixa Shawaa Ona Shananaa keessatti FDG fi falmii mirga abbaa biyyummaa har’a geggeeffamaa oole irratti ilmaan Oromoo 3 wareegaman.

Caamsaa 3/2014 FDG jabaatee itti fufe haala kanaan gaaffiin karaa nagaa fi dimookiraasii itti fufuu irraan Wayyaaneen nagaa hin dhageenye…

12 years ago

We condemn the TPLF-led regime in the strongest term possible and hold it accountable for the mass killing, torture, rape, and unlawful mass arrest of our people.

The TPLF-led regime of Ethiopia has perpetrated once again heinous crimes against the Oromo people. The state terror that it…

12 years ago

ALLAATTII AYYAANA HIN QABNE BU’A AWWAANNISAA KEESSA KOKKEE QABA

BY  Bosona Oromiyaa Duraan dursee Gootota  Amboo  Handhuura oromiyaa  Ilmaan Jeneraal taaddasaa Birruu  , Ilmaan Hagarii  Tulluu itti aansuun Gootota …

12 years ago

SEATTLE HOLDING CANDLELIGHT VIGIL #March4Finfinne in SUPPORT OF #OromoStudents and #OromoProtests

If you are in the Seattle, Washington area please come out in support of #OromoStudents facing injustice at the hands…

12 years ago

‪Oromo Protests‬…Abu Dhabi – Sky News Arabia

May 2, 2014 - 12:08 GMT Abu Dhabi Killing at least 9 people and injuring 70 others, in this week's…

12 years ago

Ethiopian security shooting mothers, children old young…‪#‎OromoProtests‬

No word to express how devastating this could be to any moral person. Ethiopian security shooting mothers, children old young...‪#‎OromoProtests‬

12 years ago

Ergaa koo warra TV Oromiyaa ofiin jedhu kan biyya jiraniif

ODUU HIN TANEE ODEESSUU DHISAA DIINAA WALIIN TATANII MAQAA SABAA QULQULUU HIN XUREESIN ERGAA KOO WAARA TV OROMIYAA KAN BIYYAA…

12 years ago