Oduu Oromiyaa

DhUFE# Oromo Protests

ODUU AMMA Sagalee Ibistuu Dukkanaa Mootummaan Wayyaanee mormii barattootaa dhamsuuf koree armaan gadii dhaabee jira.koree kana keessaatti namni hundii maqaa…

12 years ago

VOA: Hiriirri Mormii Barattoota Oromoo fi Uummataa Itti fufe

Namoo Daandii   Caamsa 2, 2014, WASHINGTON, DC (VOA Afaan Oromoo) — Magaalaaleen addaa naannoo Fifnfne mootummaa Federaalaatiin fudhatamee Finfinnee jala…

12 years ago

Karoora Muummicha (Master Plan) Finfinnee; Finfinnee (Addis Ababa) Master Plan

By Ibsaa Guutamaa | May 3, 2014 Finfinnee, lafa Oromoo, bakka jalqaba jaarraa 20ffaa dinni mandheessaa itt ijarachuun buphaa buuqqataa…

12 years ago

Oromoota biyya Sweden jirtan maraaf..Iyyaa iyya dabarsaa

  Bakka jirtanitti Akkuma hundi keenya hordofaa jirutti "Master plan" dharaa kan wayyaaneen oromoota nannoo finfinnee buqisuun deebiftee lammii isaanii…

12 years ago

URGENT INFORMATION NEEDED: Who is Colonel Tesfaye?

URGENT INFORMATION NEEDED: Who is Colonel Tesfaye?We have received official document from credible source that shows a certain Colonel Tesfaye,…

12 years ago

We also call upon other Ethiopian communities not to quietly watch from the corner…

Ever since the TPLF/EPRDF came to power 23 years ago, the number of Oromos detained, tortured and killed merely for…

12 years ago

Sodaa Injifadhaa

Injifadhaa sodaa, sodaan sabaan tolu.Sabni sodaan bulu, bilisummaan helu.Kan sodaa moo'ate, bilisoomun oolu.Sodaa yo moo'anne, duunee bilisoomna, bilisoomne duuna.Takkaa diina…

12 years ago

Dhala Oromoo kan Taate marti; Harmeenkoo harmee keedha; Harmeenkees Harmeekoodha! Kana Beeki!

ODUU HO'AA 02/05/2014 Akkuma Beekamu Yeroo ammaa Ummanni Oromoo fi Barattootni Oromoo Fincila Diddaa Gabrummaa fi Dachee Jiituu Oromiyaa irratti…

12 years ago

Ethiopia protest: Ambo students killed in Oromia state

At least nine students have died during days of protests in Ethiopia's Oromia state, the government has said. However, a…

12 years ago

HAATI DHIIRA HINBOOTTU, GUYYAAN GAHEE

ODUU AMMAA NU DHAQQABEE Yeroo ammaa kana magaalaa Dirree Dhawaa keessaa miseensi kaabinee OPDO mana hidhaatti geeffamarra jiru. Akkasumas OPDOn…

12 years ago